Ardaa Seeraa

Ardaa Seeraa Join godhaa 👉 https://t.me/Ardaaseeraa

Guca Lafa seeraan ala fudhatame deebisiisuuf himannaan ittiin dhihaatu                                                  ...
09/08/2026

Guca Lafa seeraan ala fudhatame deebisiisuuf himannaan ittiin dhihaatu
Guyyaa-----------------

Mana Murtii--------------------------------------------------------------------------------tiif
----------------------------------------------------
✍🏻Dachii seeraan ala fudhatame deebisiisuuf buuura S/D/F/HH/Kwt 222 fi 223 tiin himannaa dhihaateedha.
Himataa/tuu/toota.
---------------------------------------------------
----------------------------------------------------
---------------------------------------------------
Teessoo: ---------------------------------------------------------------------------------------------------
Himatamaa/tuu/toota
--------------------------------------------------------
------------------------ -----------------------------
-------------------------------------------------------
Teessoo: ---------------------------------------------------------------------------------------------------
✍🏻Manni murtii kun dhimma kana laaluuf buuura S/d/f/hh/kwt 19(1) tiin aangoo ni qaba
✍🏻 Bitaa fi mirgi buuura S/d/f/hh/kwt 33(1) tiin dandeettii seeraan ni qabna
✍🏻Himata kana dhiheessuuf buuura S/D/F/HH/kwt 33(2) tiin dantaa nan/ni qaba/qanba.
✍🏻Himannaa kana----------------------------------------------------------falmadha/nna.

✅Sababa himannaa
Himatamaa/tuu/tootni dachii aanaa---------------------------a/da------------------------ganda--------------keessatti argamu daangaan, karaa bahaatiin----------------------------------------dhihaan---------------------------------------------kaabaan-----------------------------------fi kibbaan------------------------------------tiin daangeffamu lafa------------------------------ ballinni isaa----------------------------tae seeraan ala humnaan waan narraa/nurraa fudhateef/tteef/taniif lafa kana akka gadi naaf/nuuf lakkisuuf/tuuf/saniif himannaa dhihaateedha.

✅Tarree himannaa
Lafa himatamaan/tuun/tootni gaafa guyyaa-----------------bara----------------tti humnaan narraa/nurraa qabatan kun bara---------------------------------tti -----------------------------------dhaan
-------------------------------------------- irraakan natti/nutti darbeedha. Haaluma kanaan waggaa ------------------------tiif harka kiyya/keenya kan jiruufi galii gibira mootummaas bara---------------------------------irraa eegalee maqaa----------------------------------------------------------tiin itti kaffalaa kan jiru/jirruudha. Haa tau malee himatamaan/tuun/tootni/ mirga tokko utuu irratti hin qabaanne seeraan ala humnaan dachii kana narraa/nurraa fudhachuudhaan mirga abbaa qabiyyummaa kiyya/keenya sarbuudhaan guyyaa gaafa------------------------------irraa eegaluun itti fayyadamaa waan jiraniif dachii kiyya/keenya mirga seeraan itti qabu/qabnu akka gadi naaf/nuuf lakkisaniif himannaa kana dhiheeffannee jira/jirra.

✅Seerummaan mana murtii kan gaafadhu/nnu
--------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------kabajaan gaafadha/nna.

Himanni kun dhugaa tauu buuura S/D/F/HH/Kwt 92 tiin nan/ni mirkaneessa/ssina.
Mallattoo:
--------------------------------------
--------------------------------------
-------------------------------------

bakka tokkotti telegaraama keenya irraa ni argattu 👉 https://t.me/Ardaaseeraa

Kitaaba tokkoon bilisummaa guyyoota afurii 🥰😁**********************************Biraazil keessatti hidhamtoonni kitaaba d...
09/08/2026

Kitaaba tokkoon bilisummaa guyyoota afurii 🥰😁
**********************************
Biraazil keessatti hidhamtoonni kitaaba dubbisuudhaan adabbii isaanii hir’isuu danda’u. Kitaaba xumuranii milkaa’inaan gamaaggamaman hundaaf, yeroo mana hidhaa jiranitti guyyoota afur boqonnaa argachuu danda’u. Sagantaan kun “Dhiifama karaa Dubbisuu” jedhama.🫢🥰 Hidhamtoonni kitaaba akka dubbisan torban hedduutu kennamaaf. Sana booda qabatamaan akka hubatan mirkaneessuu qabu. Yeroo baayyee gabaasa barreessuu, gamaaggamuu ykn madaallii mirkanaa’e kan biraa xumuruu jechuudha. Hojiin sun fudhatama yoo argate guyyoota afur adabbii isaanii irraa ni kaafamu. Waggaatti kitaabota hanga 12 ta’aniin kana gochuu danda’u. Kana jechuun dubbisuun hima tokko waggaatti hanga guyyoota 48 hir’isuu danda’a jechuudha. Yaadni jiru namoota kitaaba banatan badhaasuu qofa miti.🥴😏 Hidhamtoonni yeroo isaanii bu’a qabeessa ta’een akka itti fayyadaman kaka’umsa kennuudhaan dandeettii dubbisuu fi barreessuu, barnootaa fi yaada qeeqaa fooyyessuuf kan qophaa’edha. Nama mana hidhaa keessa waggootaaf tajaajilaa jiruuf kitaabni tokko karaa sammuudhaan itti miliqan caalaa ta’uu danda’a. Kakuu jecha jechaatti guyyaa gadhiifamuu itti dhihaachuu danda'a. Kitaaba tokko. Guyyaa afur bilisummaa👏👏👏

muuxannoon Kun biyyakeenyaafis osoo ta'ee gaarii ture isin maal jettu?

fuula fb Alamayyoo Badhaadha irraa isiniif qoodne

Namni yookaan qaamni tokko suuraa nama tokkoo hayyama abbaa suuraa sanaa malee  dhaabbata daldalaa beeksisuuf televijiin...
08/08/2026

Namni yookaan qaamni tokko suuraa nama tokkoo hayyama abbaa suuraa sanaa malee dhaabbata daldalaa beeksisuuf televijiinii fayyadamee yoo tamsaase, suuraa nama sanaa hayyama malee fayyadamuu isaaf kaffaltii beenyaa madaalawaa kaffaluuf dirqama qaba jechuun Manni Murtii Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddachi ijjibaata Lakk.Galmee156425 ta'e irratti Jildii 23 ffaa irratti maxxanfame jiru irratti murteessee jira.

https://t.me/Ardaaseeraa

Unka Waliigaltee Iqqubii guutuu isaa telegraama keenya irraa ni argattu liinkiin ittiin seentan kunooti 👉   https://t.me...
08/08/2026

Unka Waliigaltee Iqqubii guutuu isaa telegraama keenya irraa ni argattu liinkiin ittiin seentan kunooti 👉 https://t.me/Ardaaseeraa

Foormii jijjiirraan maqaa ittiin gaafatamu.Telegraama keenya irraa ni argattu 👇 https://t.me/Ardaaseeraa
08/08/2026

Foormii jijjiirraan maqaa ittiin gaafatamu.
Telegraama keenya irraa ni argattu 👇 https://t.me/Ardaaseeraa

🎉 Facebook recognized me as a consistent post creator this week!
06/08/2026

🎉 Facebook recognized me as a consistent post creator this week!

Qajeelfama  kaffaltii itti fayyadama fi gibira galii hojii qonnaa lafa Baadiyyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa lakk 39/2017...
06/08/2026

Qajeelfama kaffaltii itti fayyadama fi gibira galii hojii qonnaa lafa Baadiyyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa lakk 39/2017.pdfn telegraama keenya irraa ni argattu Liinkii kanaan seenaa 👉 https://t.me/Ardaaseeraa

Unka/Foormii Waliigaltee kennaa lafa Baadiyaa Documentn telegraama keenya irraa ni argattu. liinkiin kunooti 👉  https://...
05/08/2026

Unka/Foormii Waliigaltee kennaa lafa Baadiyaa Documentn telegraama keenya irraa ni argattu. liinkiin kunooti 👉 https://t.me/Ardaaseeraa

Adabbii hidhaa cimaa waggaa 44 ?Manni Murtii Jalqabaa Federaalaa Dhaddacha Lidataa dhaddacha Adoolessa 22/2018 Ooleen hi...
04/08/2026

Adabbii hidhaa cimaa waggaa 44 ?

Manni Murtii Jalqabaa Federaalaa Dhaddacha Lidataa dhaddacha Adoolessa 22/2018 Ooleen himatamaa Geetuu Mandaadaa jedhamu Kan Yakka Gudeeddii intala isaa umriin Waggaa 15 taate irratti Gudeeddii raawwachuun sababuma kanaan waan ulfeesseef Abbaan Alangaa Himata 3 banuudhaan, 1ffaa Yakka Gudeeddii, 2ffaa Yakka Saalqunnamtii Firoota Gidduutti Raawwachuun 3ffaa Yakka Ilmoo Isarratti gocha ciggaasisaa raawwachuun himateen Manni Murtichaa himatamaa irratti Hidhaa cimaa Waggaa 44 fi ji'a 9 adabeera.

Akka seera biyya keenyaatti adabbiin hidha waggaa 25 ol hin jiru manni murtii haala kamiin murtii kana murteesse? Gaafiidha

dhimma kana irratti isin yaada akkamii qabdu kessattuu ogeessonni seeraa?

👉https://t.me/Ardaaseeraa

Address

Mube
Nairobi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ardaa Seeraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Ardaa Seeraa:

Shortcuts

Share