Xumuraa gabrummaa

Xumuraa gabrummaa oromo fi Oromiyaa

12/05/2023
01/05/2023

Ajjeesaa Araara hin gaafatan 🙅❌❌

WBO Balleessun Abjuu Gowwommatii😂🙈

03/01/2023

Loltuu Akka Kanniisaa

qaxale sabaa nufi jiraadhu Galmoo Oromoo
03/01/2023

qaxale sabaa nufi jiraadhu Galmoo Oromoo

Amaji  toko  guyaa GototaaGessaani kabajuu dirqama oromummmaXumuraa gabrummaa
01/01/2023

Amaji toko guyaa Gototaa
Gessaani kabajuu dirqama oromummma
Xumuraa gabrummaa

“Abbaan haqaa (dhugaa qabu) yoo callise diinni namarratti koora. ”“ Ajittiin kun anaan na ajjeeste malee, seenaa koof so...
30/12/2022


Abbaan haqaa (dhugaa qabu) yoo callise diinni namarratti koora. ”

“ Ajittiin kun anaan na ajjeeste malee, seenaa koof sochii ummata Oromoo hin ajjeeftu ”

“ Namni bilisummaa hin qabne sareedha, keessattuu saree fayyaa hin qabne. ”

“ Oromoon yoo oodeenuu diina ofirraa kaasa! ”

“ Qawwee dandeenyu haa tolfannuu, dadhabnu qabeenya qabnuun haa bitannuu, dadhabnu diina keenya irraa haa hiikkannuu. ”

“ Ummata cinaa keenya hin geenyee kana Qawwee dhiisnee, irraa binnee itti gurguruu baannanuu torban takkatti biyya teenyaa keessaa yaafna! ”

Xiinxalaa siyaasaa  ~Agartuu ummataaGoota Jaarraa kanaa  ~Qindeessaa hayyootaaMahaandisa siyaasaa  ~Kan rakkoof furmaata...
28/12/2022

Xiinxalaa siyaasaa
~Agartuu ummataa
Goota Jaarraa kanaa
~Qindeessaa hayyootaa
Mahaandisa siyaasaa
~Kan rakkoof furmaataa
Hayyuu bara baraa
~Kompaasii dhalootaa!
Barsisa senna

16/12/2022

"Namoonni namoota akka isaanii xiqqeessaa akkamitti ofii kabajamuu akka fedhan yeroo hundumaa gaaffii natti ta’a.

Address

Raydah
AFIZUU

Telephone

+967736217816

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Xumuraa gabrummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category