04/14/2024
Waan namtichi bineensi kun godhe keessaa muraasa.
-Oromoo walloo warra konkolaataa irraa buufamanii rashanaman kana ajaje kennee waliin hirmaate isa.
-Isnaayipperii inni hidhatee jiru yeroo waraana Tigraay sana miseensa hogganaa miseensa RIB fi ajjaabii isaa rashanee irraa fudhate.
-Yeroo tokko muslimoota goondar irratti saamichaafi ajjeechaa mana manaa irratti kan qindeessee waliin hirmaateefi hanga masjiida keessa seenee lubbuu baaseedha.
-namoota dhiigaan Oromoo ta'aniifi sabaaf sablammii doorsiisuun saamaa saamsisaa ture..
Kana males erga dhokatee finfinnee seenee hokkora kaasuuf namoota baay'ee gurmeessaa turee, har'a tasa argamee galaafatame.
Ammas caasaan isaanii Finfinnee suuqa suuqa keessa waan jiraniif hordoffii cimaan barbaachisaadha.
Finfinnee qofa osoo hin taane harcaatuun isii magaalota hunda keessa waan jirtuuf hordoffiin kan duraanii caala cimee itti fufuu qaba.
Waan nama shakkisiisu yoo agartan odeeffannoo qaama nageenyaaf kennaa.