Aksum University Felow Ship Family

Aksum University Felow Ship Family this page is created for preaching , worshipped and to prize the lord

Jesus is lord
05/03/2021

Jesus is lord

Ijikoo fagoo ilaala
09/07/2020

Ijikoo fagoo ilaala

: Producer: Music Arrangement: Elias Birhanu Video-graphy: QUMBII PICRURES brings you song...

09/07/2020

Goota mararaa
09/07/2020

Goota mararaa

07/07/2019

endet nanchu ye geta beta saboch selam nech if the well of God I Want to ask one question each of you by Jesus's name i know how to survive our life is hard at these time but even if it is hard we must remember one thing that is our holly sprite miracle as with us .
:- what i want to ask is how can join each other and get together and discuss how to support and visit our church these is my question so share and discus on it GOD bless u
gabaabaa dhumatti wantan jechuu barbaadee ijoolleen faamily sana keessa turre haan hunduma isaa nii beektuu seenaa akkamii akka dabarsine akkamittis waaqayyo akka nu gargaaree kanaaf deebinee biyya waaqayyoo irratti nu gargaaree irranfachuu hinqabnu kanaa hamma waaqayyoo nu gargaareetti haala ittiin wal arginee mari'annee waliin tokkummaan deemnee biyya sana irratti waaqayyoon ittiin galateeffannu haala osoo mijeeffnnee maal isinitti fakkaataadha. eenyuu qobaa isaa deemuu hin danda'a garuu tokkummaan yoo deemne waan bareeduuf itti yaadaa
gooftaan isin haa eebbisuu ulfaadhaa

Address

Seattle, WA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aksum University Felow Ship Family posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category