Nasrii Abdallaa

Nasrii Abdallaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nasrii Abdallaa, Labor & Employment Lawyer, New York, NY.

11/01/2022
11/01/2022

Hojjettootni manaa saddeet mucaa wagga sadii weellisaa Deevidoo bakka bishaan daakaan bu'ee lubbuun darbeef gaafataman
***
Poolisiin Naayijeeriyaa du'a daa'ima weellisaa beekamaa biyyattii Deeviidoon walqabatee hojjettoota manaa saddeet gaaffiif to'ate.
Ilmi waggaa sadii weellisaa Afrobiits(Afrobeats) maqaa waltajjii Deeviidoo jedhamuun beekamuu qe'ee maatii isaa keessatti bakka hojjettootni manaa saddeet jiranitti iddoo daakaa bishaanii(Swimming Pool) keessa bu'ee lubbuun darbe.
Ifeenyii Adeleekee ji'a darbe ture kan waggaa sadii guute.
Deeviidoofi michuun isaa kan Nyaata bilcheensuun fi miidiyaa hawaasaa gubbaatti beekamtii guddoo qabdu Chiyoomaa Roowlaand du'a ilma isaanii kana ilaalchisee homaa hin dubbanne.
Dinqisiifattootnifi waahillan isaa indaastirii Muuziqaa keessa jiran gadda isaanii ibsaa jiru.
Dubbii himaan Poolisii biyyatti du'a mucaa kanaa irratti odeeffannoo dabalataa argachuuf viidiyoowwan kaameraa eegumsaa(CCTV) hordofaa akka jiru beeksise.
Deevidoo kan maqaan isaa ganamaa Deeviid Adeleekee dubartoota biroo irraa ijoollee biroo sadii qaba.
Weellisaa beekamaan biyyattii biraan D'Banj bara 2018'tti haaluma kanaan walfakkaatuun ilma isaa waggaa tokkoo bakka bishaan daakanitti dhabeera.

https://bbc.in/3UgXkOc

09/29/2022

- New Ethiopian Oromoo Music 2022(Official Video) Donate to help this channel click the links 👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇?...

08/23/2022
08/22/2022

Qurxummiin bishaan danfaa keessa jiraatu kun kan argamu bakka jedhamu kan magaalaa Shaashamannee irraa kiiloomeetira 18 irratti argamu keessatti. Maqaa isaa na gargaaraa...

📷 Aadam Maammaa Maahmud

Address

New York, NY
10017

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nasrii Abdallaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Featured

Share