Ŕabbii Biraan fadiis

Ŕabbii Biraan fadiis Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ŕabbii Biraan fadiis, Legal, New York, NY.

09/02/2020



Harargee Bahaa aanaa Fadis, magaalaa Bokkoo, magaalaa Facaatuu fi araddaalee adda addaa irraa Namoota mana hidhaa keessaati dararama jiran .Maqaa isaani.
irraa
1. Shallamaa Qalbeessaa (Barsiisaa)
2. Kaasahun Warquu (Barsiisaa)
3. Araarsoo Abdullee
4. Gammachiis Abdurramaan
5. Abdulhaafiz Ahmadsaanii
6. Bahaar Zeydaan
7. Ramadaan Abdisaaquu
8. Ibraahim Shaamee
9. Abdulqaadir (Tuqaa)
10. Sayid Mohaammad
11. Yaaqub Aliyyii
12. Umar Mohaammad
13. Musxafaa (Saamoree)
14. Abdishuu Mohaammad
15. Ahmad Rashiid
16. Shaamil Alii
17. Firoomsaa Ahmad
18. Musxafaa Mohaammad
19. Aadam Bakar
20. Qaasim Abraahim
21. Aliyyii Jibiriil
22. Hasan Abraahim
23. Ahmad Yoonis
24. Ziyaad Bayyaan
25. Nuuree Rashiid
26. Firoomsaa Jamaal
27. Araarsoo Usmaa'il
28. Hamdii Abduljabbaar
29. Muraad Abdallaa
30. Elemoo Feysaal
31. Faamii Ahmad Muummee
32. Ramadaan Ahmad
33. Tamaamee Sayid
34. Jamaal Shariif (Risqii irraa)
35. Riyaad Qorraa
36. Mu'aazee Buraalee
37. Allaahmuddiin Mohaammad (Alee)
38. Mawardii Abdii Bakar (shamara)
39. Iftuu Ahmad Yoonis (shamara)
40. Kaasnaa Mubaarak (shamara)
41. Johaaraa Asabaa (shamara)
42. Ayyaantuu Ayyuubee (shamara)
43. Riyaadaa Kiraam (shamara)
44. Faaxumaa Muusaa (shamara)
45. Sadiyaa Jamaaloo (shamara)
46. Hikiliimaa Mohaammad (shamara)
47. Dhibbituu Mohaammad (shamara)
48. Shukiriyaa Abdulwahaab (shamara)
49. Moomoo Ahmad (shamara)
50. Ayyaanee Ahmad (shamara)
51. Ililii Aadam Kaliif (shamara)

irraa kanneen qabaman:
52. Roobaa Sheek Aliyyii (barreessaa waajjira KFO aanaa Fadis, baatii 1 ol erga hidhamee)
53. Guutuu Fu'aad (waajjira KFO aanaa Fadis, baatii 1 ol erga hidhamee)
54. Jaanuu Ahmad
55. Ililii Alawwii (shamara)
56. Aarifee Bulee
57. Jaalataa Yuuyyaa (hojjetaa mootummaa)
58. Abdii Yusuuf
59. Obsaa Ahmad
60. Shariif Kaliif
61. Caalaa Bakar (magaalaa Deebinee irraa)
62. Abdii Yusuuf (araddaa Umar Kuullee irraa)
63. Bashaasoo Yusuuf
64. Faamii Ziyaad
65. Balloo Ahmad (hojjetaa mootummaa)
66. Taajuu Mahaa

08/29/2020

Oromoo music faxee Aniyaa 2020

08/11/2020

Jafar Yusuf - Of Qopheessi - New Oromo Music 2020 (Official Video) Welcome TO Oromian tube Producing Music Video Hosting Music Videos On Our YouTube Channel ...

08/04/2020
07/04/2020

Address

New York, NY
10007

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ŕabbii Biraan fadiis posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Featured

Share

Category