05/05/2024
Konyaa Boorana Dirree, Aanaa Dilloo ganda Hoboqi bakka haroo dhanquu jedhamutti waraana diinaa konkolaataa guutuu barbadeessuu ajajaan cibraa beeksise.Meeshaan galii qabsooti.
Jennee hin hanqanne.gumaan gootaa hin bulle, hin turre.