Natti Dhiisaa

Natti Dhiisaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Natti Dhiisaa, Legal, Minneapolis, MN.

Permanently closed.
01/28/2024

Akeekkachiisa❗
===========
Sulxaan Maamaa jedhama. Itti Aanaa Bulchiinsaaf Nageenya Magaalaa Gindhiiri. Namni kun fi kiraa-sassaabdummaan adda dureedha. Jaartii duraan qabu irratti intala maqaan ishii jedhamtu ulfeessee Ganda Gaaraatti dhoksaan mana kireesseefii horachaa jira. Haati manaa duraanii jaartii 2ffaa tana quba hin qabdu, fuudhuu isaas hin beektu.

Gaggeessaa biyya bulchu tahaa hoji al-seerummaa dalagaa jira. Hojii isaa kanarraa maaltu baratama? Sababa tokkoon ala qaama seeraa biyya bulchuuf hojjatu tahaa seera mootummaa cabsuun Haadha mana duraani dhooksee jaartii 2ffaa (Shallee) fuudheera. Kun immoo naamusa gaggeessaa mootummaa tokko irraa hin eeggamneedha.

Gama birootiin maqaa waldaa mana jireenyaatin qarshii hedduu sassaabuu isaa ragaan harka keenya jira. Isa caala namoota irraatti qabsaahan, kan ragaa guutuu qaban, kan dhugaa jirtu ifa baasan mana hidhaatti hidhanii jiru. Haqni akka hin jirre, abbaan irree (Namni Aangoo qabu) qofti akka biyya seeraan ala bulchaa jiru argaa jirra.

Ijoolleen kun yeroo amma kana waajjira poolisii Magaalaa Gindhiir jiru, guyyaa kaleessaa dhaqee ilaalee jira, isaanis na hin beekan. Namni Ayizoo jedhaniin kun duraan jara deeggaraa kan tureedha. Hardha garuu maaliif akka tahe hin beeku hidhamee jira. Cubbuu akkanaatu jira.
Walii gala kan nuti jennu:
1. Qaamonni Aangotti fayyadamuun sababa hanni maqaa keenya tuquun ibsan kan seeratti no himatan sirrri miti jechuun nama hiitan ariitiin sirreeffadha.
2. Hoggansi naamusa cabsuun heera mootummaa kabachiifna jechaa seera maatii Oromiyaa cabsuun jaartii jaartii irratti fuutan amala gadhummaa fi alnaamusummaa waan taheef ariitiin qaamni biyya bulchu sirreessuu gaafata.
3. Kantiibaan magaalaa Gindhiir hoggansa Hattuu baattee hojii hojjachaa jirta, atis akka isaanii yoo taate malee hattoota kanneen ariitiin ari'uufi sirreessu si gaafata.
4. Sulxaan Maammaa barnota hin qabu, dandeetiis hin qabu. Wallaalaa hangana gahu biyya bulchi jechuun salphina. Nama guyyaa tokko waajjira akka bulchuuf carraan kennamuufii hin qabneedha. Kanaaf ariitiin bakka argachuu qaba.
5. Dirribaa Haylee, Kaasaahun, Jamaal harki keessan qulqulluudha. Namoota al-naamusummaa qaban, kan seeraan ala hojii hojjachaa jiran sirreessuu isin gaafata. Maqaa isaatiin baduu irra isa bakkaa balleessuu isiin barbaachisa. Sulxaan Maammaa mallaqa guddaa qaba. Gubboo kennuun isin gowwoomsee isin injifachuu dandaha. Haa tahu garuu cimsitanii qabsaahuu qabdu.

Ijoollee hidhamte gadi dhiisaa!

01/26/2024

Nama yeroo biyya Alaa turetti mootummaa kana deeggaraa tureefi ammas deeggaraa jiru yeroo inni biyya ofitti deebi'e deeggaraa dhaaba biraa fakkeessanii sobaan Aad-maleedha. Dhugaan ni qal'ata malee hin citu!!!!

01/22/2024

GODINA DHADDEEN QOREELLEEN ITTI LEENCA TAATE=GBB.
Godina kana keessa itti gaafatamaan farra malaanmaltummaa godinaa ka silaa malaanmaltummaa ittisuu qabu ykn qoratee seeratti dhiheessuu qabu,inumaayyuu baattoon guddoon malaanmaltummaa isa taheeyyu!
Cubbuu uummata haqa dhabe irratti raawwatamaa jiru ka silaa iyyan taa'a namani hunduu.
Kaluu kana miila dadhaban mataa tahee.
Yakka ofii awwaaluuf nama hidhuu?
Itti gaafataan nageenyaa ka godinaa haga namni dhuunfaa ka magaalaa badii ofii dhoksuuf akka himannaan irratti hin banamneef nama hidhu maal dalaga?
Magaalaa malaanmaltummaan itti daraarte magaalaa gindhiir!
Gadi dhiisaa ijoollee hiitan!

01/13/2024

(Share waliif godhaa)
Namni suuraa irratti mul'atu kuni jedhama.

Kanaan dura namni kun yeroo bulchaa ganda Odaa turetti, lafa mana jireenyaa isiniif kenna sababa jedhuun seeraan ala namoota gurmeessee mallaqa Br miiliyoona 15tti tilmaamamu ummata irraa saamuu isaa isiniif maxxansinee turre. Akkasumas, namni kuni nama madda galii dhaabbataa hin qabneefi waggoota muraasa dura hojii (Waardiyyummaan) maatii isaa jiraachisaa kan ture ta'uun dhugaa hin haalamneedha.

Odeeffannoo har'a nu dhaqqabeen ammoo, namni kun yakka guddaan shakkamuu fi yeroo dhihootti murtiif kan dhiyaatu tahuu qaama seeraafi keessa beektota tokko tokko irraa hubachuu dandeennee jirra.

Dabalataanis, odeeffannoon arganne akka mul'isutti namni kun Ooltiif bultiin isaa mana Bunaa (mana dhugaatii) akka taheefii dhiheenya kana ammoo machaa'ee dubartii mana bunaa keessa hojjattu takka ulfeessee waliin rakkachaa jira. Eenyummaafi teessoo dubartii tanaa ragaa guutuu guyyaa muraasa booda kan ibsinu ta'a. Namni kun bultii kan qabuufi Abbaa ilmaan 3 akka tahe irraanfachuun hin barbaachisu.

Dhumarrattis, jiraattota Ganda irraa lafa mana jireenyaa isiiniif kenna jechuun Br 100,000 hanga Br 600,000 kan sassaabate tahuu isaa mana baankii (Bank receipt) namootni kuni nuuf ergan ni agarsiisa.

Guyyoota muraasa booda odeeffannoo dabalataa ragaa qabatamaa wajjiin kan isiiniif maxxansinu taha. Nu hordofaa! Galatoomaa!

Namni hundi seera duratti wal qixa. Biyya seerri jiru keessatti Qaama mootummaa ta'eef namni itti gaafatamummaafi seera jalaa bahu tokko hin jiru!

Address

Minneapolis, MN
55406

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Natti Dhiisaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category