Tâříí bôř ĝââříí tâ'ââ

Tâříí bôř ĝââříí tâ'ââ Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tâříí bôř ĝââříí tâ'ââ, Legal, e, Sıhhıye.

Namnni anaaf ta'u tarii siif hin ta'u ta'a namnni siif ta'u immoo tarii anaaf hin ta'u ta'a kanaaf nama siif hin taane sun abaaf waan ta'uf akkan jibbuf dhiibbaa hin godhin.✔️

07/06/2026

Waliin Murre Tips – Hirmaataa isaanii isa olaanaa keessaa tokko ta'uudhaan tarree hirmaataa isaanii torban torbanii keessan seene!

Naannoo   gareen doktar Debretsiyoonin durfamu “humni qilleensaa   dirooniin humnoota nageenyaa keenya haleele” jechuun ...
06/06/2026

Naannoo gareen doktar Debretsiyoonin durfamu “humni qilleensaa dirooniin humnoota nageenyaa keenya haleele” jechuun himate

+++++++++++++

Finfinnee, waxabajjii 06, 2026— Naannoo Tigraayitti gareen dokter Dabretsion Gabremika'eeliin durfamu, kan dhiheenya kana pirezidaantii yeroo naannichaa Jeneraal Taaddasaa Warradaa fonqolchuun aangoo fudhate ibsa galgala kana baaseen, humni qilleensaa Itoophiyaa magaalaa haleellaa diroonii raawwachuun humnoota nageenyaa Tigraayi irratti miidhaa geessise jechuun beeksise.

Haleellaan kun miseensota humna nageenyaa hojii guyyaa isaanii raawwachaa turan irratti raawwatamuu fi ajjeechaa fi miidhaa qaqqabsiisuu kan eeree ibsi waajjira garee dokter Dabretsion Gabremika'eel, tarkaanfii fudhatameen ibsa isaa keessatti mootummaa quba qabuun, gochi kun caalmaatti Waliigaltee Nagaa Piriitooriyaa kan cabsu ta’a jechuun himate. Qacceen Ofii rukuttee Ofii iyyiti jedhan, garechi ofii isaa daba hojjetee gaafa gatii cubbuu isaa argatu immoo iyyuu eegaleera.

-chisuun itti fufa!!

!!

06/06/2026

Waliin Murre Tips – Reefu akka leellistoota olaanoo isaanii keessaa tokko ta'etti beekamtii argadhe!

06/06/2026

Waliin Odaa Tech – Hirmaataa isaanii isa olaanaa keessaa tokko ta'uudhaan tarree hirmaataa isaanii torban torbanii keessan seene!

06/06/2026

Waliin ABC News Afaan Oromoo – Hirmaataa isaanii isa olaanaa keessaa tokko ta'uudhaan tarree hirmaataa isaanii torban torbanii keessan seene!

Amerikaan hoggantootaa fi biyyoota leelliftoota mankaraarsummaa jettee yaaddu akkasumas;sodaa siyaasaa,dinagdee fi nagee...
04/06/2026

Amerikaan hoggantootaa fi biyyoota leelliftoota mankaraarsummaa jettee yaaddu akkasumas;sodaa siyaasaa,dinagdee fi nageenya isheetiif jecha waggoottan kurnoota lamaan darban osoo addaan hin kutiin xiyyeeffannoo olaanaan adamsuun dhabamsiisaa turte...

1.Sadam Hussein:Hogganaa fi bulchaa biyya Iraq kan ture,garee shororkeessaa wajjin hidhata qaba jechuun duula guddaa mootummaan Amerikaa president George W.Bush operation cimaa gaggeeffameen holqa dhokatee keessaa loltootaa Amerikaan qabamee,murtee du'aan bara 2006 ALA'tti fannifamee ajjeeffame...

2. Mohammed Gaadaafi: Hogganaa fi bulchaa biyya Libiya ture.Deggarsa finciltoota Palestinian, Popular Palestinian Liberation Front (PPLF) wajjin hidhata qabaachuu fi garee shororkeessaan himatamee operation Amerikaa fi finciltoota Libiyan ujummoo bishaanii keessaatti lafa dhokatee jirutti salphinaan ajjeeffame...

3. Osama Bin Laden: Gaggeessaa biyya Afghanistan hundeessaa garee Taliban fi Al-Qaeda yoo ta'uu, operation Fulbaana 11,2001 ALA'tti Gamoo guddicha Amerikaa Pentagon irratti raawwatame wajjin himatamee,waggootaniif holqa keessa dhokatee jiru keessatti akka hantuutaatti ajjeeffame...

Gareen ykn hoggansi faallaa tarsiimoo Amerikaa fi Israa'el ijaaraman martuu akkuma kanaa dabaree dabareen ajjeeffamaa,hireen gaggeessaa walii galaa Iran Ayatollah isa kan jaallan isaa qaqqabee siree isaa irratti abidda Israa'elii fi Amerikaan darbatamuun gamoo caccabaa keessatti kufee bifa nama gaddisiisun salphinaan ajjeffame...

Addunyaa kanarratti akkaataan icciitii fi ol'aantummaa Amerikaafi Israa'el gurguddoon waa 3:-
➣Siyaasa,
➣Dinagdee fi
➣Meeshaa waraanaa,ijaaramsa waraanaa ykn nageenyaati.

04/06/2026
04/06/2026

Waliin ABC News Afaan Oromoo – Reefu akka leellistoota olaanoo isaanii keessaa tokko ta'etti beekamtii argadhe!

04/06/2026

Waliin Odaa Tech – Reefu akka leellistoota olaanoo isaanii keessaa tokko ta'etti beekamtii argadhe!

Address

E
Sıhhıye

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tâříí bôř ĝââříí tâ'ââ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category