Abuu ibtisaam

Abuu ibtisaam kitaaba islaama

Aswrwb obboleewwan islaamaa sabaahalkayiir
24/07/2020

Aswrwb obboleewwan islaamaa sabaahalkayiir

Free jawar Mohammed
20/07/2020

Free jawar Mohammed

Jawar hidhamuu caala wonni si gaddisiisu, nama qaawwa isaa cufu, kan akka isaatti qeerroo bobbaasu dhabuu dha, Waan haar...
20/07/2020

Jawar hidhamuu caala wonni si gaddisiisu, nama qaawwa isaa cufu, kan akka isaatti qeerroo bobbaasu dhabuu dha,

Waan haaraa dhageennee addaan baafatuuf ykn odeeffatuuf, Worroota silaa qabsaawota keenya, nu bobbaasan jennee yaannu, fb isaanii yoo seennu, post'n isaanii ka dhumaa gariin 12 hour, gariin 7 hour gariin inumaatuu 1 day jedha, wonni haaraan hin jiru, akka waan biyyi nagaa qabduu!
Qansiraa dalagataa oolanii yeroo hojirraa bayan qofa waan waa post godhan fakkaatu.

Hay jawwee koo! yeroo isaa san muldhii hidhatee... daqiiqaa daqiiqaan waan biyya keessatti deemu akka waan oromiyaa jirruutti gurraan nu gayaa ture, tarsiimoo adda addaa qeerroo harka kaayaa ture.

Bitamaa keenya akkamitti akka ofitti deeffannu nu harka kaayaa ture, diina keenya akkamitti akka sodaachifnu nu harka kaayaa ture!
I'm sorry, we're nothing without you!

Address

شارع الحجاب
Riyadh
14912

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abuu ibtisaam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Abuu ibtisaam:

Share

Category