Soora Onnee ko

Soora Onnee ko Nama Bilbila isa Comantii Jala Kaa'efin Dafe Bilbila Facts 💯 ❤️

Ganama kee Zikriidhaan bareechi ❤️  ZIKRIIWWAN GANAMAA FII GALGALAA ( Re post)•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••♥...
02/06/2026

Ganama kee Zikriidhaan bareechi ❤️


ZIKRIIWWAN GANAMAA FII GALGALAA ( Re post)
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

♥ Zikrii ganamaa fi galgalaa irratti tiiyfachuun haala mu'uminaati, hamtuu hundarraahis nama tiiysiti!

1. Aayatul kursiyyi qara'uu {Suuratul baqraa Aayata 255}

2. Qul huwallaahu ahad yeroo 3, Qul A'uuzu Rabbil falaq yeroo 3, Qul A'uuzu Birabbin-nas yeroo 3

3. Allaahumma anta Rabbii, laa'ilaa illaa anta kalaqtanii wa ana abduka, wa ana alaa ahdika wa wa'adika mastaxa'atu, A'uuzu bika min sharri maa sana'atu abuu'u laka bini'imatika alayya, wa abuu'u bizanbii faghfirlii, fa'innahuu laa yaghfiruz-zunuuba illaa anta. {Namni du'aa'ii tana qalbiin dhugoomsee ja'ee du'e warra jannataati}

4. Allaahumma inni as'alukal Aafiyata fidduniyaa wal Aakhiraati, Allaahumma inni as'alukal Afwa wal Aafiyata fii diinii wa duniyaa wa ahlii wa maalii, Allaahumma ustur owraati wa Aamin row'aatii, Allaahummahfaznii min beeyni yadayya wa min kalfii wa an yamiini wa an shimaalii wa min fowqii wa A'uuzu biazamatika min an ughtaala min tahtii.{Du'aa'iin tun yeroo rafuu deemanis ni ja'amti}

5. Asbahna wa asbahal mulku lillaahi wal hamdu lillaahi laa ilaah illallaahu wahdahuu laa shariika lahuu lahul mulku walahul hamdu wahuwa alaa kulli shey'in qadiir Rabbi as'aluka keeyra maa fii haazal yoowmi wa keeyra maa ba'adahuu wa a'uuzu bika min sharri haazal yoowmi wa sharri maa ba'adahuu Rabbi a'uuzu bika minal kasali wa suu'il kibari, Rabbi a'uuzu bika min azaabin finnaari wa azaabin fil qabri. {Galgala immoo amseeynaa wa amsal mulku jenna iddoo 'alyoowma jettu san al'leeylatti' jijjiirra.

6. Bismillaahi allazi laa yadurru ma'a ismihii shey'un fil ardi walaa fissamaa'i wahuwas-samii'ul aliim. Yeroo 3 ganamaa fi galgala.

7. A'uuzu bikalimaatillaahi attammaati min sharri maa kalaqa. Yeroo 3 galgala qofa.

★ Yeroon bareedduu zikriin ganamaa fi galgalaa ja'amtu

* Ganama subhii hanga aduun baatuu
* Galgala Asrii hanga maghriibaa
- Yeroo kana booda jechuun ni da

Guyyaan Arafaa guyyaa rahmanni Rabbi itti bu'uudha‼️Guyyaan Arafaa guyyaa qofa osoo hin taane, yeroo rahmanni itti gadi ...
25/05/2026

Guyyaan Arafaa guyyaa rahmanni Rabbi itti bu'uudha‼️

Guyyaan Arafaa guyyaa qofa osoo hin taane, yeroo rahmanni itti gadi bu’u, cubbuun itti haqamu, qalbiin qulqulluun itti ol kaafamudha.

Guyyaa qulqulluu kana namoonni miliyoonaan lakkaa’aman gad of qabuun, uffata wal fakkaatu uffachuun, sadarkaan, qabeenyi fi of tuuluun Rabbiin duratti gatii akka hin qabne nu yaadachiisu. Kan hafe ikhlaasa, tawbaa fi abdii araara Isaati.

Rasuulli صلى الله عليه وسلم akkana jedhan:
“Guyyaa Arafaa caalaa guyyaan Rabbiin namoota ibidda jalaa bilisa baasu hin jiru.” Saahih Muslim, Hadiisa 1348

Inni صلى الله عليه وسلم waa’ee sooma guyyaa kanaas akkana jedhe: “Cubbuu bara darbee fi bara dhufuuf kaffaara.” Saahih Muslim, Hadiisa 1162

Rabbiin immoo Qur’aana keessatti akkana jedha:
“Har’a amantii keessan siniif guute, tola kiyya sirratti xumuree, Islaamummaa amantii kee godhee siif filadheera.”(Al-Qur’aana 5:3)

Kanaaf yoo dandeenye saffisaan Badii keenya Gaabbuudhaan garaadhaa tawbachuun Osoo of duuba hin jedhin dua godhi. Guyyaan kun guyyaa onneen itti jijjiiramuudha.

Rabbiin sooma keenya haa qeebaluu, badii teenya nuuf haa araaramu, baroota dhufan keessatti hiree dirree Arafaarra dhaabbachuu nuuf haa kennu.

Du'aa'ii nyaataafi dhugaatii boodaa.👇===============================Abbaan ayyuub alansaariin r.a. nabiin s.a.w. yeroo n...
22/05/2026

Du'aa'ii nyaataafi dhugaatii boodaa.👇
===============================
Abbaan ayyuub alansaariin r.a. nabiin s.a.w.
yeroo nyaataniifi dhugan akkana jedhan jedhe
"Alhamdu lillaahillazii ax'ama wasaqaa
wasawwagahuu waja'ala lahuu makhraja"

Hiikkaan "galanni Rabbiif haa tahu ka nu
nyaachise, nu obaasee, nudhihachiise, kan karaa
nurraa ittiin gadi bahu godheefi." Abuudaawud 3851
odeese. Albaaniin sahiiha godhe.

Namni hadiisa kana odeesse.
Abbaa ayyuub al-ansaarii kaalid ibnu zeyd ibnu
kaliib al-khazrajii annajjaarii. Sahaabaa guddaa
beekamaa ansaararraa tahe. Biiyaa qabaa tan
lammaffaa irratti hirmaatee jira. Akkasuma duula
badrii, duula uhudiifi kanneen birootis nabii wajji
hirmaatee jira. Nama , qabsoo islaamaa jaalata
ture. Yeroo madiinaa galan nabiin mana isaati
qubatan. Hanga manaafii masgiida jaaratanitti
achuma turan. Hadiisni inni odeesse 155. Abbaan
ayyuub bara hijraa 52tti yeroo duula qasxanxiiniyyaa
qasxanxiiniyyatti duaan gama aakiraa godaane.
Yaziiditu irratti salaate. jogola qasxanxiiniyyaa jalatti
awwaalame. Rabii Rahmata isafi haggodhu

1-namni muslimaa qananii rabbiin isaa kennerratti
Rabbiif galata galchuun barbaachisaadha.
2-qananiin nubiratti taate tan Rabbii tahuu
mirkaneessuu nubarbaachisa.
3-namni muslimaa Rabbii isa qananiise
yaadachuufii galata isaa galchuu qaba.
Allahamdulila ☝️ Gallatta rabbii 👉Follow

🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸Nasihaa Ganama Kanaa Shamarran Muslimaatiif 🤍Yaa ukhtii tiyya qaalii… 🌸Ganama jechuun jalqaba guyyaa qofa miti...
21/05/2026

🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
Nasihaa Ganama Kanaa Shamarran Muslimaatiif 🤍

Yaa ukhtii tiyya qaalii… 🌸
Ganama jechuun jalqaba guyyaa qofa miti, carraa haarawaa Rabbiin siif kenne jechuunis mootummaa guddaadha. 🌞🤍

Kanaaf ganama kee:
🤲 zikrii fi du'aa’iin jalqabi
📖 Qur’aana irraa xiqqoo illee dubbisi
🌙 Salaata kee tikfadhu
🤍 Qalbii kee haraama irraa eegi

Yaa shamarran keenya… 🌹 Bareedinni kee dhugaa:
❌ suuraa miti
❌ makeup miti
❌ uffata miti Garuu bareedinni kee dhugaa
✔️ Iimaana 🤍
✔️ Haya’aa 🌸
✔️ Safuu 🌙
✔️ Sodaa Rabbiiti.

Guyyaa kana keessa tariiNamoonni tokko tokko: 💔 qalbii kee cabsu danda'an
🥀 si xiqqeessu
😔 si hin hubatan

Garuu hadaraa… 👉 Rabbii kee irraa hin fagaatin. 🤲🤍

Sababni isaas: 🌹 Rabbiin imimmaan kee ni arga
🌹 Gadda kee ni beeka
🌹 Du'aa’ii kee ni dhagaha

# Ergaa Xumuraa 🌸 Yaa ukhtii tiyya… 🤍 Har’a:
🌿 hojii gaarii hojjedhiu
🌿 arraba kee eegi
🌿 qalbii kee qulqulleessi
🌿 Rabbiitti dhiyaadhu.
Rabbiin guyyaa keenya keesa kheeyriin nuuf haa kaahuuu. 🤲🌸🤍
صَبَاحُ الْخَيْرِ ☀️🌸

Robert-Mogabeen Akkas Jedhe, ⬇️⬇️⬇️1 ) Dubartii Tokkoof Waan Isiin barbaaddu guutuufii hin dandeessu jedhe.!! Maaliif je...
29/04/2026

Robert-Mogabeen Akkas Jedhe, ⬇️⬇️⬇️
1 ) Dubartii Tokkoof Waan Isiin barbaaddu guutuufii hin dandeessu jedhe.!! Maaliif jennaan. ??

➡️ Rabbiin Qeensa, ija, fii Rifeensa Guutuu godhee Bareechee Uumeefii jennaan,

isaan ammoo, Qeensaa fii Rifeensas ofirraa buqqisanii Kan biraa dhaabbatan.

➡️ Harma fii Nafa isii Yeroo Barbaadde Waa itti Dabaltee guddisti, yoo feetes ni Xiqqeessiti,

➡️ Kanaafuu, Qaamni Rabbiin isaaniif Keenneyyuu Gahuufii Dinnaan Kan biraa itti Dabalataa jiranii, !!

Ati eenyuun taatee Fedhii isaanii Guutuuf jechaa Of Dhiphista. Jedhe,, !

= Eeyyen dhugaa isaati, Shamarran Yeroo Ammaa, Abbaa Rabbiin Rahmata Godheef Malee,

Erra Baayyeen isaanii, Qaama Foorjidii Laxxafatanii, Nama shawwadu,

A'uuzu billaah, Rabbiin Nuhaa Qajeelchu
🥺🤲🤲🤲

Dhiirti  Jimaa qamaatu  fedhii jaartii isaa guutuu hin dandayu kan jettan warri farshoo fi Araqeen if dhamaaseetu akkasi...
29/04/2026

Dhiirti Jimaa qamaatu fedhii jaartii isaa guutuu hin dandayu kan jettan warri farshoo fi Araqeen if dhamaaseetu akkasi malee dhiirti jimaa qamaate sirritti dalaguu beeyti ....

Three wins for the top three heading into Christmas!
22/12/2025

Three wins for the top three heading into Christmas!

ilma Abbaa Gaadaa
07/12/2025

ilma Abbaa Gaadaa

Yeroon si argu … Hammam akkan siyaadaa turen irraanfadha.Jaalala ♥️🌹
09/11/2025

Yeroon si argu … Hammam akkan siyaadaa turen irraanfadha.
Jaalala ♥️🌹

Address

Chiro
London

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Soora Onnee ko posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Featured

Share