Ofseerota Seeraa Naannoo Oromiyaa

Ofseerota Seeraa Naannoo Oromiyaa we will raise Our Voises in unity በአንድነት ድምጻችንን እናሰማለን።

Jira guyyaan
31/07/2026

Jira guyyaan

Gaafa dirqama Hojii namatti fe'uuf yaaddan, Labsii fi dambii Abbootii Seeraatiin Nu bulchitu Gaafa waan faayidaa keenyaa...
28/07/2026

Gaafa dirqama Hojii namatti fe'uuf yaaddan, Labsii fi dambii Abbootii Seeraatiin Nu bulchitu Gaafa waan faayidaa keenyaa isheema jijjiirraa kana illee Kan Ofiseeraa Seeraa waliigaltee Godina lamaaniitiin jechuun mirga keenya dhiibdu Yoo Nama nu dhuga'uu dhabne waaqayyo nu dhugaha.
Nuuf falmas.

05/06/2026


Hanga ammaatti Namni Unka iyyannoo kana guutee nuuf erge nama 50 qofaadha
Afaaniin komii odeessuun qofti maal Gatii qaba.
Yoo haala kanaan hin ta'uu jettan yaada biraa nuuf kennaa haala ittiin komii dhiyeeffannu kanaan achi Unka kana guuta keessan nuuf deebisa.

 Manni Murtii Waliigalaa furmaata Kan kennuu yoo ta'ee unka iyyannoo kana guutaa Kara telegram keenyaa keessan nuuf Erga...
21/05/2026


Manni Murtii Waliigalaa furmaata Kan kennuu yoo ta'ee unka iyyannoo kana guutaa Kara telegram keenyaa keessan nuuf Erga walitti qabne mana Murtii Waliigala Oromiyaatiif ergina.
Furmaati achiin hin jiru yoo ta'e federaalatti darbina.

13/05/2026

Perisidaantii mana Murtii Aanaa 19,000 ji'a tti argatuu fi Ofiseera Seeraa ji'a tti qarshii 6,919 argatuuf Wal qixxee ilaalanii %79.5 dabaluun nama akkamitti baratetu kana qorate qopheesse?
Dhuguma Sammuudhaan yaadamo?

12/05/2026

Utuma ta'ee Nama qarshii 15,500 argatuuf nama qarshii 6,919 argatu akkamitti Wal qixxee %79.5 dabalu?
Sivilsarvisiin federaalaa gaafa miindaa hojjettootaa dabale bara 2017 Warra miindaa xiqqaa %322 dabale.
Qajeelummaa yoo yaadan akkas Ture Garu warri mana Murtii Waliigala Oromiyaa Kun ilaalcha isaan Gita hojii ofiseeraaf qaban baayyee nama gaddisiisa

Daballii miindaa Ofiseera Seeraa mana Murtii AanaaHaalli qaxarri  6,919x 79.5%=5500.605kana jechuun 6,919 irratti 5,500....
11/05/2026

Daballii miindaa Ofiseera Seeraa mana Murtii Aanaa
Haalli qaxarri
6,919x 79.5%=5500.605
kana jechuun 6,919 irratti 5,500.605tu dabalameef jechuudha.
Miindaan Ofiseera Seera Muudama ta'ee argatu 12,419.605 jechuudha.
Amma egaa Kun garbummmaadha moo? Qaxaramuudha?
Mee Kan warra kaanii gaafa ilaallu immoo
15,500x79.5=12,322.5
Kan dabalame 12,322.5
Waliigalatti miindaan abbootii Seeraa
27,822.5.
Hojjetaan deggersaa 18,000dha .
Manni murtii Waliigala egaa amma kanuma ofiseeraf dabaluuf jedhee waggaa lama hojjettootaa biraa nu hambisee isumayyuu Kan warra fooyya'ee dhoksuuf jedhanii poostaadhaan gadi ergu amma gitumti Ofiseera Kun mana Murtii keessa yoo haqame maal ta'a?
Yoo Faayidaan isaa hin kabajamuuf ta'e?

25/04/2026

Manni Murtii Waliigala Oromiyaa Foyyee qaba jecha turre. Garuu adeemsa keessa tortoraa dhufeera.
Miindaa Hundaaf yeroo lama dabale dadhabina MMWO tiin yeroo lama Abbotii Seeraa jala dabarsa.
Suufii Qr.50,000 gale isallee waanuma T-Shert hinbinne dabalanii callisan
Gerjiba Abbotiin Seeraa Guyyattuu Qr. 100 ol baasn dabaluu dadhabanii J'atti Qr.300 hanga 500 kanfalaa jiru.
Durgoo oolmaa gonkuma Abbotii Seeraa hinfayyanne ,kan Namoota Muraasa higgansarra jiran kannee akka Muraasa Presedantii , KATS qofa fayyadu dhoksaan dabaltanii jiru.
Abbotiin Seeraa afuura isaanii dhiksatanii, otoo akka garbaatti hslkanii fi guyyaa bowinnaa tokko malee hojjechaa jiranii Mirga Hojjettota Mootummaa hundaaf eegamelle dhabanii jiru.
Judges has been denied their equality right in many respects 🙏
Sagalee Haqaa -Voice of Justice -የፍትህ ድምፅ 🙏🙏

Adresse

Oromiyaa
Paris

Téléphone

+251948356616

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Ofseerota Seeraa Naannoo Oromiyaa publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Raccourcis

Partager