Ahmiyee ye shashee lije

Ahmiyee ye  shashee lije Sabbafi

Oromoo tiyaa Oromoo gafaa xiqqii    Jirtuu
23/03/2022

Oromoo tiyaa

Oromoo gafaa xiqqii Jirtuu

01/03/2022

Kkkkkk

Leta kena
18/02/2022

Leta kena

Eenyutu siif falmaa?

Duuti kees “hiibboo”dha
Akkuma shaakalle
Akkaafi akkaataasaa
Yoon yaadu naa hin galle!
Amala nuuf taanaan
Dhugaa karaa dabe
Hiibboo jennee dhiifna
Hiibboo hiika dhabe!
Ifni dukkaanaaree
Godaanis tabbaaree
Maaltu si mudate
Yaa Abduljabbaaree?
Atoo baatee hafte
Akka hoolaa qalmaa
Dhugaa kee - gumaa kee
Eenyutu siif falmaa?

Utuu dhimma Oromoof
Foon maddiidhaa qoortuu
Bakka dhugaan badde
Barbaacha utuu joortuu
Utuu haara hin galfatiin
Dafqa kan kee haqxee
Akkamiin nu dhiiftee
Bakka hin galle dhaqxee?

Gaaffii baay’ee qabna
Nutti himi yaa tiruu
Eenyutti laatteree
Galmee harka kee jiru?
Galmee warra hidhamee
Nama falmuuf dhabee
Galmee warra sobaan
Hamileensaa cabee…
Galmee xiqqaafi guddaa
Galmee ilmaan hiyyeessaa
Eenyutti kennatte
Eenyu siif qindeessaa?

Gaafa hayyuun Oromoo
Yakkaa malee hidhamu
Karaa bahu dhabee
Abdiinsaa ciramu
Gaafa xiiqiifi morkaa
waamu!

Waan dabe hin simanne
Dadhabee hin himanne
Laagaan kee hin maseenne
Ganda ormaa hin seenne;
Sodaa du’a lubbuu
Ofirraa cabsitee
Gumaata namummaa
Saba keef falmite!
Saba keerra darbee
Saba biraas ta’u
Gaafa dhugaan baddu
Garaan kee hin danda’u!

Atoo baatee haftee
Akka hoolaa qalmaa
Dhugaa kee - gumaa kee
Eenyutu siif falmaa?

Like SUBCRIBE gochuu hin dagatana
08/02/2022

Like SUBCRIBE gochuu hin dagatana

08/02/2022

Ahmed Oro TV like sher SUBCRIBE gochuu hin dagatana

17/01/2022

Adresse

No ᵍᵃʳᵍᵃⁿ
Livry-Gargan
8824

Téléphone

+971588426461

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Ahmiyee ye shashee lije publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Contacter L'entreprise

Envoyer un message à Ahmiyee ye shashee lije:

Partager