14/10/2026
Finfinne Passport: Addis Ababa
Onkololesa 4/2019
แฅแแแต 4/2019
Maamiltoota keenya hundaaf!
Passportiin keessan dhufee jira. Ergaan gabaabaan 7876 irraa isiniif ergameera. Waajjira Emigreshinii Saarisitti dhiyaattanii Passportii keessan fudhachuu dandeessu.
Hubachiisa:
Waraqaa beellamaa (appointment) keessan qabattanii dhufuu hin dagatinaa!
๐ Tajaajila Galmee Passportiif
โ
Passportii Haaraa
โ
Passportii Haaromsaa
โ
Passportii Mancaโe
โ
Passportii Bade
โ
Umurii Sirreessuu
โ
Maqaa Sirreessuu
๐ฒ Karaa Telegramii kallattiin nu quunnamaa.
Maqaan keessan tarree kana keessa yoo hin jirre, Telegramii keenya profile jala jiru seentanii maqaa keessan guutuu ilaallachuu dandeessu
๐ Odeeffannoo dabalataaf: 0940300033
๐ต Tajaajila Passport Ethiopia