Prophet Lelisa Matewos

Directions Website

Prophet Lelisa Matewos √Bakkalcha Fayyinaati Yesuusβœ…
ππ€π†π„β€πŠπ€ππ€ π…πŽπ‹π‹πŽπ– πˆππ•πˆπ“π„ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 π‹πˆπŠπ„ π†πŽπ‚π‡π”π” π‡πˆπ πƒπ€π†π€π“πˆππ€

  kee Waaqayyoof waan hin danda'amne hin ta'u.Prophet Emmanuel AdjeiArara Tv World Wide
04/10/2026

kee Waaqayyoof waan hin danda'amne hin ta'u.
Prophet Emmanuel Adjei
Arara Tv World Wide

22/09/2026

Oduu soba dhiisaa nama jiruun du'eera hin jedhin
Waaqayyoon kadhadhafi Waaqayyoo waaqaa Aararati

  oolchaadha konkolaataan baakkoo irraa gara naqamte deemaa osoo jiru balaa mudateen lubbuun nama tokkoyyuu darbee hin j...
21/09/2026

oolchaadha
konkolaataan baakkoo irraa gara naqamte deemaa osoo jiru balaa mudateen lubbuun nama tokkoyyuu darbee hin jiru.

olchaadha .
hojii waaqayyoo ilaalaa 😌
godhi Atis in oltta

19/09/2026

Abet yaa farfaanna kanaa
Dhugaa Waaqayyoo dinqii dha

16/09/2026

Hin Dhibin πŸ₯Ή
Qaama Nuyi Ilaaluuf qaamni nu sururu kana mucaan kun umuriisaa guutuu wajjin jiraachaa jiraπŸ˜”

Hawaasni keenya baadiyyaa keessaa bakka Media irraa fagoo jiru, sababa hubannoofi maallaqa dhabuutiin dhibee irraa fayyuu danda’u dhokfatee waliin du’aa jira.

Waan Ayyaanaa Tolaa Keessaa jiru video kanaan ilaalaa, waan dandeessaniin deggeraa adaraa

Adaraa Ha gargaarru
CBE :1000207545833

Awash: 013341579545700

Siinqee: 1028078650101
Ayyaana Tolaa Galeta /Jijee Kenea(Harmee Isaa)

ATIS NAMA Foundation
Dhaabbata Tola ooltummaa Hirkoo Lammii
St. Paul's Hospital Millennium Medical College-SPHMMC
Ministry of Health,Ethiopia
Yookoo MCH/ Medical Center

 Caliste hin darbin Adaraa share godhi Maloo😭?? πŸ₯ΉDargaggeessi Ol adeemaan kun   Tolaa Galataa Jedhama. Wallagga Lixaa Aa...
15/09/2026


Caliste hin darbin Adaraa share godhi Maloo😭??
πŸ₯Ή

Dargaggeessi Ol adeemaan kun Tolaa Galataa Jedhama.
Wallagga Lixaa Aanaa Boojji Birmajjii ganda Baadiyyaa Didibbee Tuulii jedhamutti dhalate.
Akkuma suura isaa irraa argaa jirtan waggoota 18 f maqaan isaa hin beekamin jiruun rakkachaa jira.
Ayyaanaan amma Umuriin isaa waggaa 22.
Maatii harka qalleessa keessatti waan dhalateef manuma yaalaa xiqqaatti malee namni gara Hospitaalaatti geessee yaalchisus hin argamne. Humni isaas hin jiru.
Mana Barumsaa erginaan Haalli dhibee isaatii barattoota faana barsiisuuf rakkisaa waan ta’eef barumsa hin dandeenye.

Mucaan baadiyyaa keessa waan jiraatuuf Iji dhaabbilee fayyaafi Dhaabbilee gargaarsaa mucaa kana argee yaaluuf carraan hin argamne.
Yeroo ammaa kana ammoo dhibeen isaa Umuriisaa duukaa guddachaa waan dhufeef lubbuu isaaf yaaddeessaa ta’eera.

Kanaaf dhaabbileen fayyaafi Dhaabbileen deggersa Namoomaa irratti hojjettan mucaa dargaggeessa kana nu gargaaraa yaalchisaa adaraa jechuun maatiin isaa nutti iyyataniiru.

Lakkoofsa Herrega Baankii

CBE :1000207545833

Awash: 013341579545700

Siinqee: 1028078650101
Ayyaana Tolaa Galeta

Hub. CBE maqaa harmee isaa Jijee Qana’aa or Ayyaanaa Tolaa jedha.

Bilb.
+251 94 158 4177 Bulchaa ( Obboleessa isaa)
NAMA Charity󱒏
of Health,Ethiopia
Physicians Association - Waldaa Haakimoota Oromiyaa
St. Paul's Hospital Millennium Medical College-SPHMMC

😭

 !β™ οΈŽ Waan Waaqayyo garaa keekeessa kaa'e nama hundattihin himin. β™ οΈŽ Mul'ata kee namahunditti hin saaxilin.β™ οΈŽKaroora kee ...
14/09/2026

!

β™ οΈŽ Waan Waaqayyo garaa kee
keessa kaa'e nama hundatti
hin himin.
β™ οΈŽ Mul'ata kee nama
hunditti hin saaxilin.

β™ οΈŽKaroora kee osoo hin raawwatamin
dura addunyaa guutuutti
hin labsin.

.

Karaa kee Waaqayyotti kennadhu, isa amanadhu! Innis siif in raawwata
Macaafa Faarfannaa 37:5

Waagayyoon amani!

   sitti dhufu hin laafinHalkan akkuma jiru bariin illee  dhufee halkanicha akka seenaatt ni haasofta, hin darbu wanti a...
13/09/2026


sitti dhufu hin laafin

Halkan akkuma jiru bariin illee dhufee halkanicha akka seenaatt ni haasofta, hin darbu wanti ati jette darbee boqonnaa haaraatti ni ceeta guyyichas seenaa jettee dubbatatta.

Kan jaalatte si jibbus kan abdatte si ganus godoon ati ijaarratte si jalaa diigamus guyyaa tokko hunduu darbee galmee seenaa keerratti ni galmaa'a

Dukkana booda ifni ni jira dukkanni har'aas darbee kaleessa ni ta'a isas borirra dhaabattee ni haasofta.... Ati uumama kaleessaafi boru walitti araarsitee har'a jiraachuu danda'udha kanaaf ati yeroo hundaa nama addaati!! Jabaadhu jireenya moo'i malee jireenyi sin moo'iin

13/09/2026

Olchaadha Waaqayyo! Atis akkas jedhi comment godhi

Address

Oromia
Damazin
A

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Prophet Lelisa Matewos posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category