Gujii Odaa Bule

Gujii Odaa Bule Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gujii Odaa Bule, Wollayita, Jijiga.

Video kun kaffaltii qaba ilaaluun galii argadha
23/06/2026

Video kun kaffaltii qaba ilaaluun galii argadha

Join GoCash and start earning rewards from simple tasks, videos, and invites. I have already earned Br21,000 and you can too.

26/05/2026
05/03/2026

I'm in the top 25% of Haadha Kuulaa fans. I earned 94 points on their weekly engagement list last week.

Jara kana irraa baradhaa!.Viidiyoo torbee kana gadhiifameen ajandaa guddaan uumamee ture. Inni akka jirutti ta'ee sana b...
20/02/2026

Jara kana irraa baradhaa!.

Viidiyoo torbee kana gadhiifameen ajandaa guddaan uumamee ture. Inni akka jirutti ta'ee sana booda maaltu ta'e beektuu?

Mucayyoon sun Abbaa warraa qabdi. Obboo Gammachiis illee daa'imaa fi haadha manaa qaba. Viidiyoon kun gadhiifamuu hundi isaaniiyyuu arganii jiran. Isheen intalaa Abbaa warraa kootti maal jedheen mul'adha jettee baddeetti. Abbaa warraan ishees kana maal jedheen ija biyyaa fuuldura dhaabbadha jedhee gara hin beekamnetti badee jira. Obboo Gammachiisis maatii isaa gatee gara hin beekamnetti miliqee jira. Dhiirri illee haa ta'u dubartiin gaaf baddu ammas waanti ishii muudatu hin beekamu waan ta'eef baay'ee ulfaataa dha.

Mee kana irraa maal barattu. Gammachuu daqiiqaa 5 hin guunneef yeroo jireenyi maatii kana hundaa diigamu isin hin gaddisiisuu. Keessattuu miskiinonni akka Haadha manaa Gammachiis fi Abbaa Manaa sagaagaltittii kun waan hin beeknetti jireenya isaanii yoo dhaban nama gaddisiisu.

Boru ijoolleen isaanii maal jedhu. Akkamiin daree taa'anii baratu? Baay'ee nama gaddisiisa. Isaaniif immoo jireenya isaanii guutuu salphina dha.

Obboleewwan dhiiraa keessumattuu bakka aangoo murteessoo jirtan dubartiin dhimmaaf rakkattees ta'ee waanuma fedheefuu tajaajila hawaasaa barbaacha biiroo ykn bakka teessoo muudama keessaniitti yoo dhufte kallattumaan dhimma isheen dhufteef qofa gargaaraa malee waan biraa lakk.bilb qabachuu maal maal dhiisaa. Isinitti haa hafu. Silas akkuma beekamu namni kamiyyuu dabaree eeggatee ol sinitti seena waanta'eef dubartiis ta'ee dhiirri dhimmuma hojiif qofaa isaa ol seena. Isin immoo dhimma fedhii dhuunfaa keessanii kana itti hin karoorsiinaa! Cubbuun ooltee hin bultu!

Dabalataan immoo teessoon aangoo dhaan isin irra teessan kunis waadaa uummataaf kakattanii akka achirra teessan hin dagatiinaa! Waaqni isin arga! Video kana nan dhoksas yoo jettee abdatta ta'e dogoggortee jirta amma teeknoloojii jalaa bahuuf ni rakkisa. Baaltazar akkamitti akka tasa saaxilame ilaalaa. Kanaaf ammuma bilbila keessan keessaa balleessaa🙏. Isin hin fayyadu.

‎Dubartoonnis yoo fedhii keessaniin ta'e akkuma aadaa uumama keenya ganamaatti raawwadhaa malee waan tokko tokko hodhuu fi waan hintaane raawwachuu dhiisaa💔. Yoo isin rakkisee rakkattanii falaxaa isin barbaachiseyyuu bakka camera hin jirretti akka malaa ta'aa🙄🙏.

‎Inni Obboleewwan dhiiraa akka tasaa garaan keessan sababa furdinaaf guddatee jiru jabaadhaati mala barbaachisu fayyadamaati garaa borcii sana ofirraa xiqqeessuuf yaalaa malee ofiis fedhii bahaa hin jirtan 😥. J keessanis kunooti akkanumatti biiraa obaastanii waan hin jirre akka nama abjuun raawwataa jiruutti itti taphattan malee fedhii uumamaa baastanii waa gochuu waan hin dandeenyeef of ilaalaa! Isin warri borchii akka waan qaama hir'uu taatanitti video sana irraa isin taajjabneen jirra.

‎Dhiirri Borciin zeeroodha natti hin aariinaa Kabajamoo otoon taane Kabalamoo Gammee tu isin saaxile.

‎Gammachiis illee fedhii tu isa irra jiraaf dubulbul jedhee gangalataa ture malee homaa waanti uumame hin turreem 🙄. Video sanaanis umrii ishee guutuu ishee doorsisee itti fayyadamuuf akkana godhe malee gama dalagaan 😂.

Zeeroon sunuu osoo seerri nuuf eeyyamee Negative dha beeki😁

Xummureera

Address

Wollayita
Jijiga
0000

Telephone

+251916165499

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gujii Odaa Bule posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share