Shaggar Qoricha Dinaa

Shaggar Qoricha Dinaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shaggar Qoricha Dinaa, Lawyer & Law Firm, Addis Ababa.

ጃዋር እና የአማራ ፅንፈኞች ብንጹሃን ነብስ ቁማር ሲጫወቱ!!በሁለት ጎራ ሆነው የመንግስትን ስም ለማጉደፍ የንጹሃን ነብስ ላይ ቁማር እየተጫወቱ ያሉ ቁማርተኞች በቃቹ ለባሉ ይገባል።
18/02/2025

ጃዋር እና የአማራ ፅንፈኞች ብንጹሃን ነብስ ቁማር ሲጫወቱ!!

በሁለት ጎራ ሆነው የመንግስትን ስም ለማጉደፍ የንጹሃን ነብስ ላይ ቁማር እየተጫወቱ ያሉ ቁማርተኞች በቃቹ ለባሉ ይገባል።

20/01/2025
"Leenjiin Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa Eegalee jira"================🌏Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa M...
12/02/2024

"Leenjiin Barsiisotaa fi Hoggantoota Manneen Barnootaa Eegalee jira"
================
🌏Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuutti Leenjiin Barsiisootaa fi Hoggantoota Manneen Barnoota Dhuunfaa Mata Duree Ba'aa irraa gara Horataatti " jedhu irratti Karaa guutuu ta'een jalqabsiifamee Jira.

🌏Guraandhala 04,2016 PBKMB Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuutti fi Hoggantoota Manneen Barnoota Dhuunfaa Mata Duree " Ba'aa irraa gara Horataatti " jedhu irratti Guyyaa 5'f Kan turu Karaa guutuu ta'een jalqabsiifamee Jira.

🌏Leenjiin Kun Mata Bakkeewwan Gurguddoo 2 tti Karaa Bulchituu Kutaa Magaalaa Buraayyuu Aaddee fi Karaa I/G/Waaj/Paartii Badhaadhinaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu Obbo Barbaachisummaa Leenjichaa ibsuufiin Sagantaan Baninsaa taasifamee Jira.

🌏Leenjichii Mata Dureewwaan Gurguddoo 3' irratti Seenessa, Qabeenya Horachuu/Bulchuu, Qulqullina Barnootaa fi Gahee Barsiisotaaf irratti Akka Kennamuu fi guyyoota 5'f Kan turu ta'uu beekuun Barsiisaan hayyuudha,Qaroo biyya kanaatii,Lafee dugdaa biyyittiitis kanaaf Leenjiin Kun karaa Xiyyeeffannoo qabuun Barsiisotaaf Akka Kennamu fi Akka hordofan dhaamsa dabarsaniifii jiru.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shaggar Qoricha Dinaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share