STAR Eldeutsch PLC

STAR Eldeutsch PLC The services STAR Eldeutsch PLC provides are CCTV installation, networking, fence etc

Sikkuritii kameraa(cctv) fi dallaa elektirikii(fence) hojjeessisuu yoo barbaaddan gatii gariin nu biraatti ni argattu*ma...
09/03/2026

Sikkuritii kameraa(cctv) fi dallaa elektirikii(fence) hojjeessisuu yoo barbaaddan gatii gariin nu biraatti ni argattu
*mana jireenyaaf
*iddoo hojiitif
*mana kuusa qorichaaf
*fabrikaaf(iddoo Oomishaaf)
*Hoteelaf
*supermarketif fi k.k.f taanif ni hojjeenna
Shaakki tokko malee mana ofii fi naannoo fageenyaa ta'aani sa'aati 24 hordoofu ni danda'u wifi mana fayyadamun
*kameraan abbaa lama=40,000
*kamera abbaa sadii=48,000
*kameraa abbaa afurii=56,000
*kameraa abbaa ja'a=65,000
*kameraa abbaa ja'aa=75000
*kameraa abbaa saddetii=80,000
Teessoon :finfinnee
Lakk.bilbilaa:0945358175/0703354596
Afaanuma keenyan barannee yaa hojjennuu.Nu jajabeessa

Address

Addis Ababa

Opening Hours

08:30 - 17:00

Telephone

+251945358175

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when STAR Eldeutsch PLC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to STAR Eldeutsch PLC:

Shortcuts

Share

Category