Waajjira Abbaa Alangaa A/Adaamii Tulluu

Call Directions Website

Waajjira Abbaa Alangaa A/Adaamii Tulluu Thank for choose us and praticepations

"Har'a Onkololeessaa 02/2019"๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaati =============...
12/10/2026

"Har'a Onkololeessaa 02/2019"
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaati
=========================
๐Ÿ‘‰Dhaabbilee Hawaasa Sivilii Aanaa keenyaa keessaa Hojjetan dhaabbilee 14 ta'anii fi qaamolee Bulchiinsa Aanaa keenyaa kan isaan waliin hojjetaniif leenjiin gabaaba kennameera.
,๐Ÿ‘‰Leenjiin kunis kan kennamee labsii dhaabbilee hawaasa Sivilii Naannoo keenyaa keessaa hojjetan murteessuf bahe,labsii lakk.254/2016 yoo ta'u:-
๐Ÿ‘‰Leenjiin Kunis haala dhabbileen kun hojii isaanii ittin hojjetan,sirna hordoffi,to'annoo fi bulchiinsaa dhabbileen kanarratti taasimamu,
๐Ÿ‘‰Aangoo Qaamolee Bulchiinsa dhabbilee kana irratti qaban,
๐Ÿ‘‰Mirgaa fi dirqamaa dhaabbilee Kun qaba,
๐Ÿ‘‰ Ulaagaa dhaabbilee Kun dhabbileen kun hojii Naannoo keenya keessattis ta'ee,Aanaa keenya keessatti hojjeef isaa barbaachisuu,
๐Ÿ‘‰ Dhaabbilee ulaagaa seerri kaa'un hojii isaani hin hojjee tarkaaffi Bulchiinsa irratti fudhatamufi,
๐Ÿ‘‰Aangoo Waajiirrii Abbaa Alangaa dhabbileen kana bulchuuf,toachuu,hordoffuf qabu fi tarkaaffi Bulchiinsa inni fudhachuu danda'u irratti karaa Abbaa Adeemsa Dhimmoota Yakkaa aaddaaddaa Waajjira keenya Abbaa Alangaa Tasfaayee Isheetuu kan kennamee fi maarii dhaabbilee kana waliin immoo karaa hoggantuu Waajjirichaa Addee Garramuu Baqqalaa taasifamuun,dhumarratti daawwanna hojii haala Naannoo mijeessuf Waajjirichaa keessatti hojjetame taasifamera.
๐Ÿ‘ŒAkkasumas guyyaa kana maarii hojjetoota waajjira keenya waliin kan taasifamee,kallattii hojii Hoggaanaa Waajjira A/Alangaa Godina Giddugaleessa Oromiyaa kabaajamoo obboo Daamxoo Xannaa fi ittii Aanaa Abbaa Alangaa Godinaa Giddu Galmeessaa Oromiyaat kabaajamoo obboo Fiqaaduu Lammaa keennaman karaa hoggantuu Waajjirichaa kannamuun, qajeelfamni hojjis kennuun marichii kan goolabameera.

Haqaaf haqaan yaa hojjennuu!!
Baatuu ๐Ÿ™ ๐Ÿ™ ๐Ÿ™

"Har'a"===============================Gaafa guyyaa 2/02/2019 irratti mooraa waajjira Afaan yaa'ii Aanaa keenya keessatti...
12/10/2026

"Har'a"
===============================
Gaafa guyyaa 2/02/2019 irratti mooraa waajjira Afaan yaa'ii Aanaa keenya keessatti,
Karaa A/Alangaa waajjira keenya kan ta'an Obboo Adaam Huseenitiin waa'ee Alabaa biyyoolleessaa fi Naannoo keenya irratti labsii Alabaa, labsii lakk.654/2009 bahee irratti hojjetoota mootummaa Aanaa keenyaf, hubannoo seeraa kennameera.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Haqaaf,haqaan yaa hojjennuu!!
Baatuu๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Irreechi mallattoo nageenyati!Irreechi yeroo Ummanni Oromoo baga booqaa gannaa irraa gara booqaa birraattii nagahaan nu ...
02/10/2026

Irreechi mallattoo nageenyati!
Irreechi yeroo Ummanni Oromoo baga booqaa gannaa irraa gara booqaa birraattii nagahaan nu geechiste jedhee uumaa isaatif galatoo galfatu fi kan facaafannees nagahaan nu nyaachisii jedhee uumaa isaa itti kadhatudha!
Nus kanuma sababeeffachuun hawaasa keenya hundaan baga guyyaa addaa,Ayyaana irreechan kanaan isiin gahee, ayyaanichi kan Gammachuu, kan Jaalalaa fi kan milkii Isiiniif yaa ta'u jechuun hawwii isaa gammachuun ibsata!!
Ayyaana Gaarii!!

01/10/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Dabalaa Dhaabaa Dhaabaa, Saadi Musxafa Umar, Soresa Urago Beriso, Nimoonaa Gobanaa, Jorjii Michael, Shuferi Ganancho

Bara hojii Gaarii isiniif yaa ta'u!!
28/09/2026

Bara hojii Gaarii isiniif yaa ta'u!!

Baga Kabaja Ayyaana Daamaraa fi Masqalaa Nagaan Geessan===========/////=========Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Adaamii Tu...
26/09/2026

Baga Kabaja Ayyaana Daamaraa fi Masqalaa Nagaan Geessan
===========/////=========

Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa Abbootii Alangaa, Hojjetoota Bulchiinsaa fi hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Biyya keenyaa hundaan baga kabaja Ayyaana Daamaraa fi Masqalaa bara 2019 tiin isin gahe jechaa Ayyaanichi kan nagaa,kan Gammachuu,kan Jaalalaa fi kan karoorfattan hunda itti milkooftan akka isiiniif gammachuun hawwii qabu ibsa.

Ayyaana Gaarii!!
Fulbaana 16,2019
Baatuu
===========================

23/09/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kedir Gemechu, Rashid Ibr, Kenbon Kurse, Kadiir Jibile, Gose Barii, Kemikal Kemal H Seid, Patrick Sultan, Masa'ud Abdulaziz Arsii, Ziyad Husen, Mohamed Rabato, Abate Bedaso, Nazif Amza, Birru Dechasa, Tahir Gutama, Muraad Abduramaan, Mohammed Ahmed, Seenaa Sanyii Jawaar, Oromoon Faaya Mglrd, Yaa Rabbii Murteen Keeti, Tsaynesh Kebede, Rukiya Dedefo, Shalo Kufa Sediso, Amaan Baarsoo Jatano, Aliyi Dedefo, Rahel Bedasa, Zenebe Areri, Gutema Jilo Dekebo, Usmael Hassen, Giftii Victoria, Urjii Harannaa New, Gamteessaa Gamteessaa, Hiree Gaadi'amte, Aneso Ahamed Jemal, Hamza Sabaf Nimo, Ibrahim Yusuf, Aabbukiyyaa Gammadaa, Mieso Tigiro Deke, Abdo Jamal, Kedir Bedaso, Edao Waritu, Yasimiin Robaa, Dembob Ayela

Labsiin Qabeenya Deebisiisuu labsii lakk.1364/2017 bahelabsiin Kun Gochoota dhoorkaa ta'anAdeemsa qorannoo hordofamuu qa...
20/09/2026

Labsiin Qabeenya Deebisiisuu labsii lakk.1364/2017 bahe
labsiin Kun Gochoota dhoorkaa ta'an
Adeemsa qorannoo hordofamuu qabu fi
Adabbii yakkaa inni hordofsiisu haala ifaan kaa'e Jira waan ta'eef itti yaa fayyadamnu!

"Seeraa_fi_Haasaa_Jibbiinsaa"!=================================Labsii Lakk.1185/2012 Keewwata 4 jalatti Wantoota Labsii ...
16/09/2026

"Seeraa_fi_Haasaa_Jibbiinsaa"!
=================================
Labsii Lakk.1185/2012 Keewwata 4 jalatti Wantoota Labsii kanaan Dhoorkaman:-
๐Ÿ‘‰Namni kamiyyuu haasawa jibbiinsaa barreeffamaan, suuraan, sagaleedhaan ykn viidiyoodhaan tamsaasa, maxxansaa, miidiyaa hawaasaa ykn karaa kana fakkaatan birootiin tamsaasuun dhorkaadha.
๐Ÿ‘‰Labsii Lakk. 1185/2012 Keewwata 5 jalatti
๐Ÿ‘‰ Odeeffannoo sobaa tamsaasuun dhorkaa ta'uu isaa ifaan tumeera.
๐Ÿ‘‰Namni kamiyyuu walgahii ummataa irratti odeeffannoo sobaa tamsaasuun, tamsaasa, maxxansaa ykn miidiyaa hawaasaatiin ykn barreeffamaan karaa walfakkaataa birootiin,suuraa, sagalee yookiin viidiyoo maxxansuun dhoorkaadha.
Adabbii
Labsii Haasaa Jibbiinsaa Labsii Lakk. 1185/2012 Keewwata 7(1)
๐Ÿ‘‰Namni haasawa jibbiinsaa labsii kana keewwata 4 jalatti dhorkame irratti bobba'e hidhaa salphaa waggaa lama hin caalleen ykn maallaqa Birrii 100,000 hin caalleen ni adabama.

Keewwata 7(2)
๐Ÿ‘‰Haasaan jibbiinsaa kun nama dhuunfaa ykn garee irratti haleellaa yoo geessise adabbiin isaa hidhaa salphaa waggaa tokkoo hanga shanii taโ€™a.

Keewwata 7(3)
๐Ÿ‘‰Namni gocha Labsii kana keewwata 5 jalatti dhorkame yoo raawwate hidhaa salphaa waggaa tokko hin caalleen ykn maallaqa qarshii 10,000 hin caalleen ni adabama.

Keewwata7(4)
๐Ÿ‘‰Yakkichi haasaa jibbiinsaa ykn odeeffannoo sobaa tamsaasuun fuula miidiyaa hawaasaa hordoftoota 5000 ol qabu irratti, ykn karaa tajaajila tamsaasaa yookiin maxxansa idileetiin yoo raawwatame adabbiin isaa hidhaa salphaa waggaa sadii hin caalleen fi adabbii maallaqaa qarshii 100,000 hin caalleen ni adabama.
Keewwata 7(5)
๐Ÿ‘‰Odeeffannoo sobaa tamsaโ€™uun nama dhuunfaa ykn garee irratti haleellaa, jeequmsa yookiin walitti buโ€™iinsa yoo uume adabbiin isaa hidhaa salphaa waggaa 2 hanga waggaa 5 gahuun ni adabama.

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Alangaa A/Adaamii Tulluu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share