F/ttaa Dn Daawwit kabbadaa

F/ttaa Dn Daawwit kabbadaa Jirenyaa Koo jibuun dini Koo hasasee
Siraa Adda na basuuf ka'e Wal kakase
Yaa hadha bala'e sab gadisa

08/04/2024

Maal irraa akka kuftee yaadadhuu
Mul Yoh. 2:5

21/03/2024

Mukni dhiiga waaqa isaatiin qulqullaa’e, bishaan cinaacha uumaa isaa irraa copheenis cuuphame muka akkamiiti! Mukkeen gannataatiif gonfoo, mukkeen kawaalotaaf kabaja kan ta’e mukichi muka akkamiiti! Hoolaa Waaqa moo’ataatiif iddoo aarsaa qulqulluu kan ta’e mukichi muka akkamiiti! Waaqa Israa’eeliif iddoo aarsaa faasikaa kan ta’e inni muka akkamiiti! Burqaa waynii iccitii kan golgootaa kan ta’e muka akkamiiti! Isarraa amantoota mallatteessuuf kan ta’u dhiiga seeraa fi sirnaa kan coccobse mukichi muka akkam jirudha! Burqaa hoolota eebbifamoota qulqulleessanii dhiquuf ta’u kan coccophse, mukichi muka akkamiiti! Lafa kan ittiin qulqulleesse, samii kan ittiin mallatteesse, addunyaa hunda sugaa fi eebba Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluutiin kan eebbise muka akkamiiti! Warra samii warra lafaa wajjiin kan tokkoomse, mukichi muka akkamiiti! Addaam dogoggora irraa kan fayyise, Hewaaniinis du’a jalaa kan baase inni muka akkamiiti! Waa’een isaa oriitii fi raajotaan kan dubbatame, duuka bu’ootaan ifatti kan lallabame muka attam attam jiruudha! Mukni warra dhaaban bittinneesse, warra amanan sassaabe muka akkamiiti! Mukni mana kiristaanaa amantaa Iyyasuus Kiristoos irratti bu’uuresse muka akkamiiti! “ Jedha. (ውዳሴ መስቀል ዘአባ ጊዮርጊስ ዘጋስጫ fuula 40-41, 88-89)
Galanni Waaqayyoof haa ta’u! Amiin!

Iccitii Wangeelaa ifatti akkan beeksisuuf, afaan koo banee, sirreessee jecha isaa akka naaf kennuuf naaf kadhadhachaa (Efe.6:19) liinkiwwan armaan gadii fayyadamuun toora miidiyaa hawaasummaa koo hordofaa!

Mandara Ogummaa

Damee Aleetiyaa

24/12/2023

👈👇👇👇👇👇👇👇👇👈🦻🦻🦻🦻🦻🦻👂👂👂👂👂👂🏼👂👂👂👂🏼👂👂👂👂👂👂👂👂👂👂👈👇👇👇👇

23/12/2023

Taatee Uumamee ilaalee Callisuu filadheera.
Garuu, F/taa Biqilaa yaadadhee Callisuu hin dandeenye!

F/taa Biqilaan Amma maal irra jira?
Carraan isaa Mana Hidhaatti darbatamee dararamuu qofaadhaa?
Erga warri waliin fiigne, deebinee walitti fiignee, Eeboon kallacha tokkoon darbataa turre, Jinfuun isaa naanna'ee Nu waraanuuf kallacha jijjiirratee, Baatiin lakkaa'amaniiru! Ta'us Of jajjabeeseeman dubbadhaatii F/taa Biqilaa irra waanan wayyu natti fakkaata, Hidhaa bilisaa fi hidhaa daanga'aan gar gari jedheemani!
Gooftaa isin Uume Sodaadhaatii F/taa Biqilaa
Mana hidhaa bilisaa kanatti as nuuf baasaa jechuun fedha Hin dubbadhu jedheen Obboleessa kootiif jecha isan tufe arraabe!😭
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

Faarfannaa isaa keessaa tokko
"Na ilaali maaloo anoo nama hin qabu
Of biraatiin dhabe nama olii na qabu

Nagadhaan nuuf kootuuAbbaa kennaawwan marra Saggaleen kiiloolee         F/ taa kira/sti Dn Ermiyas Wondimagegn          ...
23/12/2023

Nagadhaan nuuf kootuu
Abbaa kennaawwan marra Saggaleen kiiloolee

F/ taa kira/sti Dn Ermiyas Wondimagegn

Coming soon

Eenyutuu ofira caalchisee nu jaalate Yoo waqqaayoo ta'e maaleeDhugaa Kan akka issaatti si/nu jaallatee hin jiruu Kan akk...
18/12/2023

Eenyutuu ofira caalchisee nu jaalate
Yoo waqqaayoo ta'e maalee
Dhugaa Kan akka issaatti si/nu jaallatee hin jiruu
Kan akka issaatti nu kabbajee hin jiruu
Kan akka issaatti baddi keenya nuuf dhokse hin jiruu
Kan akka issaatti Walaalumaa keenyaa ilaalee nu barsisee hin jiruu
Kanaaf Nuuttis eenyurayuu caalchisnee haa jaalanu
Date 8/4/016

Issin page Koo maaliif  Naaf hin taasisnee garuu qoyiMee waa marafiyuu Harkka issin hin gubbuti   gochuu hin daggatinaa ...
09/12/2023

Issin page Koo maaliif
Naaf hin taasisnee garuu qoyi

Mee waa marafiyuu Harkka issin hin gubbuti gochuu hin daggatinaa

Akkasumas t.me/urjiimedia join taasisuudhan nu ciinaa dhabadha

👉Dn   , kadhanaadhaf ka'a              👉 Um ,Maaloo dhifamaa nuuf godhi👉Lub,Nagaani isinif haa ta'u👉Um,Affura kee waajin...
09/12/2023

👉Dn , kadhanaadhaf ka'a
👉 Um ,Maaloo dhifamaa nuuf godhi
👉Lub,Nagaani isinif haa ta'u
👉Um,Affura kee waajin
Waqqaayoo dhifamaa nuuf haa godhu🙏
T.me/Urjiimedia join taasisuudhan nu ciinaa dhabadhaa

08/12/2023

Kan Akkaa waqqaayoo eessatti argama⁉️

🎂🎂🎂🎂 Happy birthday to you 🎂🎈🎉🎈🎂🎉🎈🎂🎉🎈🎂🎉🎈🎂🎉🎈🎂🎈🎈🎂🎈🎈🎂🎈🎈🎂🎈🎈🎂🎉🎈🎂🎈🎈🎂🎉🎈🎂🎈🎉🎂🎈🎂🎉F/ttaa Dn Ermiyas Wondimagegn Baga dhalatee 🎂🎂 Ha...
03/12/2023

🎂🎂🎂🎂 Happy birthday to you 🎂🎈🎉🎈🎂🎉🎈🎂🎉🎈🎂🎉🎈🎂🎉🎈🎂🎈🎈🎂🎈🎈🎂🎈🎈🎂🎈🎈🎂🎉🎈🎂🎈🎈🎂🎉🎈🎂🎈🎉🎂🎈🎂🎉
F/ttaa Dn Ermiyas Wondimagegn Baga dhalatee 🎂🎂 Happy

03/12/2023
03/12/2023

Nagaan Waqqaayoo lafa fi Bakka isin jirtaaniti isinif haa ta'u akkam jirtuu 💓💯

Address

Ginch'I
Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when F/ttaa Dn Daawwit kabbadaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category