Carraan maalinni?

Call Contact the practice

Carraan maalinni? Life is test Islam best

18/07/2026

Akkaa seera Itoophiyatii saba haaraa hundeessuu akkamii dandamaa?
~saba haaraa hundeessuu" jechuun maal jechuu?
saba haaraa hundeessuu gosa (ethnic group) haaraa uumuu jechuu ta'e, deebiin gabaabaan isaa:
Lakkii. Akka seera Itoophiyaatti namoonni walitti qabamanii murteeffatanii gosa ykn saba haaraa uumuun adeemsa seeraan murtaa'e miti.
~Garuu, yoo gareen namootaa ofiin isaanii:
eenyummaa addaa,
♡afaan addaa,
♤aadaa addaa,
♤seenaa waliinii,
fi ofiin of bulchuu jechuun eenyummaa mataa isaanii qabaachuu
agarsiisuu danda'an, mootummaa biratti akka "sabaa, sab-lammii fi ummata" beekamtii argatan gaafachuu ni danda'u. Kun garuu ragaa seenaa, afaan, aadaa fi ulaagaalee seeraa irratti hundaa'ee qaamolee mootummaa fi, yeroo barbaachisaa ta'etti, mana murtiitiin ilaalama.

-Heerri Mootummaa Rippaabilikaa Dimokiraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa Keewwata 39 jalatti mirga saboota, sab-lammootaa fi ummatoota ni tumsa; garuu namoonni gosa haaraa akka fedhanitti uumuu hin eeyyamu.
Yoo kaayyoon kee waa'ee beekamtii saba tokko argachuu ykn naannoo ofii ijaarachuu ta'e,Akka Heera Mootummaa RFDI Keewwata 39 fi sirna federaalizimii Itoophiyaatti, gareen namootaa akka "sabaa, sab-lammii fi ummata" beekamtii argachuuf haala armaan gadii irratti hundaa'uun gaaffii dhiyeeffachuu danda'a.
1. Eenyummaa addaa qabaachuu
Afaan mataa isaanii qabaachuu ykn afaan adda ta'e fayyadamuu.
Aadaa, duudhaa fi seenaa waliinii qabaachuu.
Namoonni garee sana keessa jiran of akka saba tokkootti of ilaalu.
2. Ragaa dhiyeessuu Gaaffiin isaanii ragaa seenaa, qorannoo, aadaa, afaan, fi odeeffannoo biraatiin deeggaramuu qaba.
3. Qaama mootummaa ilaallatuuf gaaffii dhiyeessuu Gaaffiin mootummaa naannoo fi mootummaa federaalaa keessatti qaamota dhimmi ilaallatuuf dhiyaata. Qaamni sun ragaa qoratee murtii kenna.
4. Mirgoota beekamtii booda Yoo beekamtiin kenname:
Afaan isaanii guddisuu fi fayyadamuu,
Aadaa isaanii eeguu fi dagaagsuu,
Bakka isaanii keessatti of bulchuu (akka sirna heeraatiin),
Bakka bu'ummaa siyaasaa argachuu,
Akkasumas mirgoota Heera Keewwata 39 keessatti tumaman fayyadamuu ni danda'u.
Haa ta'u malee, beekamtiin kun salphaatti hin kennamu. Ragaa cimaa fi ulaagaalee seeraa guutuun barbaachisa.@@@@

28/06/2026

ASalaam Maleeykum Waramtullahi Wabarakaatu.
Obboleessi keenya Abdi Regasa yeroo gara Islaamummaatti dhufe,Namoonni beekumsa qaban isa simatan! warri ogummaa fi qalbii qabanis harka isaanii diriirsan😍
Kun ammoo amala Islaamummaati. Islaamummaan Nama ofitti dhiyeessuudha Yaa lammii koo! Islaamummaa fudhadhaa❤️ Muhammad ﷺ kennaa Namni achi booda hiyyummaa hin sodaanne Namaa kenna😍 Islaamummaan arjummaa, garraamummaa, gara-laafummaa fi Nama kabajuudha. Ammoo Nama jaallachuun yookaan Namaaf garaa laafuun gowwummaa miti; amala gaarii amantiin keenya Nu barsiisedha.
Kana keessatti waantii akkaan Aja'ibuu Hayyaa Jama
YAA ummata keenya nutii duranuu beekanee Gafaa Akka Akkaa yeroo Akkan warreen jechaa jirtaanii fi Diraamaan dheeraadha.Diraamaan kun yoom goolabama garuu ?
Hizbii keenya Abdi Regasa maal jedhaa waa'ee Obboleessa isaa atii Heydar Abdii bilisummaa kun atii Garuu Bayy’een Aja'ibaa waan araa dubbatu kaaless maltuu dubbii sii kuute moo Araa Maqaa kee balleessaa Jalaa off baasa jettii yoo dhugumaan Waantotaa Abdiin nii qabaa jettee dubbatu kaan qabatee soba Amantii Islaamummaa irratti fakkeessaa jiruu osoo argiituu Maltuu sii calisiisee Kaan jedhuu Gaafii namaa hundaatii Araa maqaan kee balleessaan tuqamman Dubbatee kaan jedhuus gaafii soba Amantii Islaamummaa irratti fakkeessaa jiruu kaan Abdiin fakkeessuu jiraa jettan ijaa argiitee ustee saniitu maqaan kee balleessaan tuqamman Dubbachuu keetu Rakkoo Amantii Dubbachuu caala kaan maqaa ofii dubbachuu caala kaan jedhuu deebii kennaa Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan!Namni waan dhaga'e hunda odeessuun qofti yakka isaatif ga'aadha.Miidiyaan gabaa Namni hundi itti wal arguudha. Ooyruu Namni waan fedhe itti facaafatuudha. Garuu Namni waa facaafate sanuma haammata!. Yoo har'as hin taane bor fuula Rabbii duratti Ni gaafatama sheekin jamal hajii edaa irraa Dubbatee
Inni ittii annuutii Duranu beekanee warreen jettu Keybii Fuula Duraa beekuu Rabbii namaaf hin kenninee kanaafuu Irraa off qusadhaa jechuun barbaadda 👍

23/06/2026

With Abdiinuur Sadii – I just got recognized as one of their top fans!

31/05/2026

Address

Harar
ATM

Telephone

+251937446086

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Carraan maalinni? posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Carraan maalinni?:

Shortcuts

Share