Mana Murtii Aanaa kutaa Magaalaa Duukam

Mana Murtii Aanaa kutaa Magaalaa Duukam Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana Murtii Aanaa kutaa Magaalaa Duukam, Legal, Dukem.

03/10/2026
Fulbaana  23,2019(Duukam)  Manni Murtii Kutaa Magaalaa Duukam baga Ayyaana Irreechaa bara 2019 geessan jechaa, Irreechaa...
03/10/2026

Fulbaana 23,2019(Duukam)
Manni Murtii Kutaa Magaalaa Duukam baga Ayyaana Irreechaa bara 2019 geessan jechaa, Irreechaa Hora Finfinnee Magaalaa Finfinnee fi Hora Arsadee Magaalaa Bishooftuu bara 2019 kabajamuuf yakkoota uumamuuf Dhaddachaa Yeroo hundeessuun Abbootii Seeraa,O/Seeraa fi Abukattoo Ittisaa ramaduun qophii barbaachusu xumuruun hojiitti galeera.

Guyyaa 17/12/2018Yaa'ii Abbootii Seeraa Manneen Murtii Magaalaa Bishooftuu 2ffaa  Magaalaa Bishooftuu Reezoortii Nooraat...
24/08/2026

Guyyaa 17/12/2018
Yaa'ii Abbootii Seeraa Manneen Murtii Magaalaa Bishooftuu 2ffaa Magaalaa Bishooftuu Reezoortii Nooraatti gaggeeffame irratti madaalli raawwii bara 2018 tiin Manni Murtii Kutaa Magaalaa Duukam 2ffaa bahuun badhaasaa fi beekamtii argateera waan ta'eef hawaasni mana murtii keenya fi deeggartoonni keenya baga gammadaan!

Adooleessa 30,2018(Duukam)Beekamtii fi Badhaasa Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti Waajjirri Bulchiinsa  Kutaa Magaalaa D...
06/08/2026

Adooleessa 30,2018(Duukam)
Beekamtii fi Badhaasa

Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti Waajjirri Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Duukam Manni Murtii Kutaa Magaalaa Duukam bara baajataa 2018 keessa ol'aantummaa seeraa akka mirkaanaa'uu fi jiraattootni Kutaa Magaalaa tajaajila haqaa akka argataniif gahee leencaa bahachaa tureef beekamtii fi badhaasa waan kennaaniif Abbootiin Seeraa,Muudamtoonni fi Hojjettoonni bulchiinsa Mana Murtii keenyaa hundii baga gammadaan jechaa,bara itti aanuuf kana caalaa ciminnee akka hojjennuu dhaamsa dabarsina.

Address

Dukem

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Murtii Aanaa kutaa Magaalaa Duukam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category