Baharu Mohammed

Baharu Mohammed Afaan oromootii

One day
Can
Change
Everything Inshallah 💔✌️ Of Beekuun foormulaa hin qabu!

  fudhuu hin danda'uu saa ?
22/03/2026

fudhuu hin danda'uu saa ?

EyvAllah EyvAllah  jimma keenna 🥰🥰
21/03/2026

EyvAllah EyvAllah jimma keenna 🥰🥰

19/03/2026

Haadha manaa yeroo shamarran bareedduu argite osoo jaarsi koo fuudhe jettee nuuf hawwitu Rabbiin nuuf haa kennu🤲

19/03/2026

Warri kaayyoo hin qabne surree=4000 T-shirt=2000 jacket=4000 kophee=6000 16,000 bitata ayyaanaaf

+

Nama dhugaa 🥰
19/03/2026

Nama dhugaa 🥰

🚨 Pep Guardiola “The biggest challenge was 𝐍𝐎𝐓 against Real, it was against 𝐋𝐢𝐯𝐞𝐫𝐩𝐨𝐨𝐥!” ⚔️🥶

“The main battle has been against Jürgen Klopp, that Liverpool side… you’re in Spain and you didn’t notice”.

“You have no idea how it was like to face Liverpool in those games, a great learning experience for me” 👀

19/03/2026

Adeemsa Filannoo Keessatti, Haala Kenniinsa Sagaleetiin Walqabatee Namni Iyyannoo Dhiyeessuu Barbaadu Iyyannoo Isaa Kallattiidhaan Mana Murtii Aanaatti Dhiyeeffachuu Ni Danda'aa?

➤➤➤➤➤➤➤➤➤➤➤➤➤➤➤➤➤

Kenniinsa Sagaleetiin Walqabatee Namni Komii Qabu Adeemsota Armaan Gadii Hordofee Komii Isaa Dhiyeeffachuu Ni Danda'aa.

1) Sadarkaa Jalqabaa: Hogganaa Buufata Filannoo (Labsii Lakk.1394/2017 kwt 2(3)fi qajeelfamoota biroo)
👉Hogganaan Buufata Filannoo osoo adeemsi Kenniinsa Sagalee hin xumuramin murtii isaa barreeffamaan nama iyyate ni beeksisa; iyyataan sagalee isaa yeroof akka kennu hayyamuus ni danda'a. (Duraa Duuba armaan gadii eeggatee)

2) Oliyyannoo Jalqabaa: Koree Iyyannoo Dhageessuu Naannoo Filannoo (Labsii Lakk.1162/2011 kwt 154(3)fi qajeelfamoota biroo)
👉Asitti iyyannoon kan dhiyaachuu qabu sagaleen lakkaawamee osoo hin xumuramin dura ta'uu qaba.

3) Oliyyannoo 2ffaa: Naannoleetti Mana Murtii Aanaa (Labsii Lakk.1162/2011 kwt 154(4) fi qajeelfamoota biroo)

Hubachiisa:

✅Adeemsi kun iyyannoo Haala Kenniinsa Sagaleetiin Walqabatee Dhiyaatu qofa kan ilaallatudha. (Komii Yeroo Galmeessaafi Sagalee Lakkaawuu, akkasumas bu'aa ifa taasisuu Dhiyaatu hin ilaallatu jechuudha)
✅Seerichi, bifa daangaa yeroo fakkaatuun, komiin akkasii sagaleen walitti ida'amee osoo hin xumuramin dura dhiyaachuu akka qabuufi Manni Murtii Aanaa Iyyannoo akkasii kallattiidhaan (Akka Qajeeltootti) simachuu akka hin dandeenye haala agarsiisuun tumeera.
✅Labsiin Lakk.1162/2011 kwt 152(6) jalatti, qaamoleen komii dhagahan ragaa iyyannoon dhiyaate kan dhaqqabeen ta'uu agarsiisu, kan guyyaafi sa'atii itti isaan dhaqqabe ibsu kennuu qabu jechuun bifa dirqisiisaa ta'een tumeera. (Kun tumaa addaafi murteessaadha. Tarii, nama iyyannoo dhiyeesseef furmaanni yeroodhaan kan hin kennamne yoo ta'e, ragaa kennamuuf kana qabachuun darbanii qaama itti aanutti komachuun akka danda'amu kan agarsiisudha )
Desalegn B.

Eid Mubarak 🥰
18/03/2026

Eid Mubarak 🥰

Baga gammade bareedduu too Qabxiin waancaa Afriikaa Senegaal galmeessiste  haqamee waancichi Moorookoof akka kennamu mur...
18/03/2026

Baga gammade bareedduu too Qabxiin waancaa Afriikaa Senegaal galmeessiste haqamee waancichi Moorookoof akka kennamu murtaa'e jedhaan

Intala tana yoo naf Kenne maal qaba mee gurbaa tuuboo kun😅
18/03/2026

Intala tana yoo naf Kenne maal qaba mee gurbaa tuuboo kun😅

Address

Dirre Dhawaa
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baharu Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share