Wollega Press

Wollega Press Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wollega Press, Legal, Kellem Wollega, Dembi Dolo.

21/01/2025
Waadaan Gochaan Dhugoomaa Jira.  --- Jijjiiramaan asitti aadaa ijaarsa pirojeektii biyyaafi naannoo keenyaa rakkoo wal x...
04/07/2024

Waadaan Gochaan Dhugoomaa Jira.
---
Jijjiiramaan asitti aadaa ijaarsa pirojeektii biyyaafi naannoo keenyaa rakkoo wal xaxaa keessa ture jijjiiruun deemanii dhagaa bu`uraa kaa`uu irraa qabatamaatti hojii jalqabsiisuun pirojeektotni yeroo qabameef keessattiifi qulqullina olaanaan akka hojjetamaniiff kallattiin kaa`amuun hojiitti galamee hojjetamuun bu`aan qabatamaan guutuu Oromiyaatti argamee jira. Kanaanis waadaan uummataaf galame dhugoomuun fayyadamummaan hawaasaa gama hundaan mirkana`aa jira.

Haaluma kanaan Godina Qellem Wallaggaatti pirojektiiwwan buleeyyiifi haaraan bara kana hojjetamanii xumuraman eebbifamuun tajaajila uummataaf banaa ta`aa jiru. Godinichattis bara kana pirojeektoonni tajaajila hawaasaa mirkaneessuu danda'an 781 baajata mootummaa, hirmaannaa uummataafi dhaabbilee deggertootaan walumaagala qarshii biliyoona 1.4 oliin ijaaramaa turan kan xumuraman yoo ta`an, isaanis manneen barnootaa bu'uura boruu, daree barnootaa dabalataa, burqaawwan bishaanii, kellaa fayyaa dhaloota lammaffaa, daandiiwwaniifi riqaaleedha.

Pirojektoonni xumuraman kunneenis hawaasa kuma 900 ol fayyadamoo kan taasisanii dha. Hawaasnis kunuunsa taasisuun itti fayyadamuutu irraa eegama.

24/11/2023

Mana Maree Ummataa Ummataan Ijaarame diigna jechuun shurrubbaa Dhahanii diiguu miti.

ትግል ወይስ እክል‼️በኦሮም ህዝብ ስም እና ትግል በሚባል የዳቦ ስም የሚንቀሳቀሱ ሀይሎች የትግላቸዉ ግብ በዉል የማይታወቅ ከሆነ ሰነባበቷል፡፡ ኦነግ እንደ መርህ ይዞት ትግል የጀመረባቸዉ አ...
24/11/2023

ትግል ወይስ እክል‼️

በኦሮም ህዝብ ስም እና ትግል በሚባል የዳቦ ስም የሚንቀሳቀሱ ሀይሎች የትግላቸዉ ግብ በዉል የማይታወቅ ከሆነ ሰነባበቷል፡፡ ኦነግ እንደ መርህ ይዞት ትግል የጀመረባቸዉ አብዛኞቹ ጥያቄዎች ከዚህ ቀደም በነበሩ መንግስታት እና ስርዓቶች በሚገባ መልስ ማግኘት ባለበቻላቸዉ የትጥቅ ትግል መጀመር እንደ ምክንያት ይጠቀሳል፡፡

ባለፉት በሀገራችን ከተፈጠረዉ ሁሉን አቀፍ ለዉጥ ማግስት #የኦነግ ከፍተኛ አመራሮች ጭምር በሰላማዊ መንገድ ለመታገል ወደ ሀገር የሚገቡበት ሁኔታ በመመቻቸቱ ትጥቅ ፈተዉ የሀሳብ ትግል ከጀመሩ ሰነባብተዋል ፤ አለፍ ሲልም የሀገረቱ እስከመሆን የደረሱ የኦነግ ታጋዮች ብቅ ማለት ችለዋል ፡፡ 🫡

በሃሳብ ድርቀት የላሸቀዉ እና ቆሞ ቀርነት የተጠናወተዉ ሸኔ ግን በሰለጠነ ዘመን ጫካ ለጫካ እየተልከሰከሰ ይገኛል፡፡ ነገሩ እና ግቡ ለየቅል ቢሆንም እንኳን ከትግሉ አልፎ የኦሮሞን ህዝብ የማሳረፍ አቅም ባይኖረዉም ፣ በአፈሙዝ የሚያስመልሰዉ ጥያቄ እንደሌለ አለም እያወቀ ሀገር ለማፍረስ እና የኦሮሞን ህዝብ ለማሳነስ ግን አቅም አላነሰዉም፡፡



13/11/2023

የኢትዮጵያ 86ቱ ብሄር ብሄረሰቦች ስም ያውቃሉ ?
እነሱም
1. ኦሮሞ
2. አማራ
3. ሶማሌ
4. ትግራይ
5. አፋር
6. ሲዳማ
7. አገው
8. ዎላይታ
9. ከምባታ
10. ሀዲያ
11. ጋሞ
12. ጉራጌ
13. ኢሮብ
14. አርጎባ
15. ቱለማ
16. ስልጤ
17. ሺናሻ
18. አኝዋክ
19. ኑዌር
20. ሀመር
21. ኩናማ
22. ጉምዝ
23. በርታ
24. በና
25. አሪ
26. ሙርሲ
27. ቡሜ
28. ካሮ
29. ፀማይ
30. ኮንሶ
31. ዳሰነች
32. ቦረና
33. ገርባ
34. ጋዋዳ
35. አርቦሬ
36. ባጫ
37. ቤንች
38. ባስኬቶ
39. ቡርጂ
40. ጫራ
41. ሀላባ
42. ጌዲኦ
43. ጊዶሌ
44. ጎፋ
45. አደሬ
46. ከፊቾ
47. ኮንታ
48. ኒያንጋቶም
49. ናኦ
50. ቀቤና
51. ሱርማ
52. ጠንባሮ
53. የም
54. ወርጂ
55. ዲዚ
56. ዶንጋ
57. ዳውሮ
58. ዲሜ
59. ምዓን
60. ኮሞ
61. ማረቆ
62. ሞስዬ
63. ኦይዳ
64. ቦዲ
65. ፈዳሼ
66. ኮሬ
67. ማሌ
68. ማኦ
69. መሰንጎ
70. መዠንገር
71. ቀዋማ
72. ቀጨም
73. ሸኮ
75. ዘየሴ
76. ዘልማም
77. ሽታ
78. ቤተ እስራኤል
79. ማሾላ
80. ኮጉ
81. ድራሼ
82. ገባቶ
83. ጌዲቾ
84. ብራይሌ
85. ሙርሌ
86. ኮንቶማ .... ናቸው።

በ86 የተለያዩ ቀለማት ያሸበረቀች ሀገር ነት ኢትዮጵያ ። እንጂ ቀለሟ አንድም ሶስትም አይደለም ።

Lafa miidhamnetti miidhagne!= = = = = = = = = =Galanni waaqa haa ga'u; Oromoon jaarraa tokkoo oliiif ardaa isaa Hora Fin...
08/10/2023

Lafa miidhamnetti miidhagne!
= = = = = = = = = =
Galanni waaqa haa ga'u; Oromoon jaarraa tokkoo oliiif ardaa isaa Hora Finfinnee irraa dhiibame turetti deebi’uun lafa itti eenyummaan isaa miidhametti deebi’ee miidhagee mul’ateera!

Kabajni guddaan Abbichuuf, galanni guddaan ammoo waaqa uumaa uumamaaf haa ta'u!

Address

Kellem Wollega
Dembi Dolo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wollega Press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category