Waldaa Duuka Bu,oota Wiirtuu Aanaa Dagam

Waldaa Duuka Bu,oota Wiirtuu Aanaa Dagam Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Duuka Bu,oota Wiirtuu Aanaa Dagam, Legal, Dagam, Degem Hambiso.

 ♥️♥️♥️
24/09/2026

♥️♥️♥️

  hordofa.?Bara haaraa hojii haaraan milkeessi waaq!Haadha keenya Abdii tasiifanne imalli fulduraatti ♥️🌺♥️🌺♥️🌺♥️
20/09/2026

hordofa.?
Bara haaraa hojii haaraan milkeessi waaq!
Haadha keenya Abdii tasiifanne imalli fulduraatti ♥️🌺♥️🌺♥️🌺♥️

  masqaalatiif
15/09/2026

masqaalatiif

Ayyaana kabaja yohaannis cuuphaa kabaja ayyaana barii irraatti . Waadafi Eebbi isaa nurraa yaa bulu.Galanni waaqayyof ya...
12/09/2026

Ayyaana kabaja yohaannis cuuphaa kabaja ayyaana barii irraatti
.
Waadafi Eebbi isaa nurraa yaa bulu.
Galanni waaqayyof yaa ta,u'♥️🌺♥️🌺♥️🌺

  Kabajni ayyaana bara haaraa 2019akkuma itti fufeetti jira misiraachoon keenya  Eebbifamaa.♥️♥️🌺🌺🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌷🌷🌷💠
12/09/2026



Kabajni ayyaana bara haaraa 2019
akkuma itti fufeetti jira misiraachoon keenya
Eebbifamaa.♥️♥️🌺🌺🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌷🌷🌷💠

11/09/2026
Baga geessan matiiwwaan waaqayyo hordoftoonni peejii keenya hundinuu ayyaana gaarii siniif yaa ta,u🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
11/09/2026

Baga geessan matiiwwaan waaqayyo hordoftoonni peejii keenya hundinuu ayyaana gaarii siniif yaa ta,u🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼

 'eeliin sin gahe.!Qammee /3/Ayyaana kabaja waggaa qulqulluu Rufaa'eelii yeroo jalqabaaf akka shawaa kaabaa salaaleetti ...
08/09/2026

'eeliin sin gahe.!
Qammee /3/
Ayyaana kabaja waggaa qulqulluu Rufaa'eelii yeroo jalqabaaf akka shawaa kaabaa salaaleetti magaalaa Ali doorootti bifa bareedafi hawwatan kabajame oleera'
Galanni waaqayyof yaa ta,u.

🎚️✍️Waaqayyo waan guddaa nuuf hojjetee agarsiiseera nuyi garuu warraa gammachuu ni taane  --WDB_Wiirtuu_Aanaa_Dagam ayya...
06/09/2026

🎚️✍️Waaqayyo waan guddaa nuuf hojjetee agarsiiseera nuyi garuu warraa gammachuu ni taane
--

WDB_Wiirtuu_Aanaa_Dagam ayyaana bara haaraa sababeeffachuun qindoomina tajaajiltoota keenya akkasitti nu waliin tajaajila turaanifi ammaatti biyyoota garaagara jiraatan waliin ta,un deeggarsa harka qalleeyyiif tasiisee jira.
~~~~~```~~~~~~
Deeggarsi tasiifame kuniis ::
Daakuu Kg 550
Zayiita litiraa 90
Uffataa gosaa garaagarafi
Sagantaa Affeerra nyaata waliin qooddachuun deeggarsa
Tilmaama baasii waliigala (Qr 150'000tti )
tilmaammamuun matii warraa (30)Olif deeggarsi godhameefi jira.
~~~~~~~~~√|~~~~~~~
Warroonni deeggarsa kanaa argataan akka dubbatanitti yeroo ayyaana kana irraatti argachuun argachuun keenya daran kan isaan gammachiseefi fuldarattis tajaajilaanis akka cimuu qabuufi namoota deeggarsa godhaan hunda miira gammachuun galateeffataniru.
~~~~~~~~~~~~°✓✓✓✓✓||~~~~~~
Sagantaa kanarratti argamuun erga kan nuuf dabarsaan abbaan keenya
Luba B/s Abiy Buzuna Namnii hiyyeessaf garaa laafu waaqayyoof liqqeessa akkasumaas kan ija waaqayyoo fulduraatti fudhatama qabuufi namoota hunda keessatti kaka,umsaa kan umuufi haaluma kanaan cimudhaa akka qabuu akkasumaas namoonni hundinuu afuurafi amantaan akka cimaani akka dhaabbatanii waaqayyoo akka galateeffatan dhaamsa abbummaa isaanii nuuf dabarsaani jiru.
~~~~~~~~~~~πππ||√√~~~~~
Walitti qabaan WDB wiirtuu Aanaa Dagam B/s Fiqiruu Tasfaa gama isaanitiin akka ibsanitti nama deeggaruun boqonnaa sammuuti jechuun namoota kana deeggarsa godhan hunda galateeffachuun barri haaraan 2019✍️ bara Eebbaa
✍️bara tajaajila milkii
✍️bara nagaaf jaalala
✍️bara firii gaariifi
♥️bara gammachuufi tokkummaa akka nuuf ta,u hawwii qaban nuuf qoodaniru.

Galannifi ulfinni waaqayyoof Dessuu isaa dubroo maariyaamiifi ulfata fannoo isaatiif yaa ta,u


29/08/2026

✍️WDB Ayyaana bara haaraa haala akkamiin simate kabaja?
Waaqni duuka bu'oota nu fana yaa ta,u.!..

Address

Dagam
Degem Hambiso
MOOTUMMAANWAAQAYYODHIYAATEERAGAABBIIGALA(�MAT�\�]

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Duuka Bu,oota Wiirtuu Aanaa Dagam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category