Fami Abdi Yuya

Call Website Contact the practice

Fami Abdi Yuya 📰News|👨‍⚖️Legal Advisor| 🌍Geography| 📜History| ✨Facts| 🔥Motivation (📚Learn 🌐Explore 🚀Grow
(4)

16/10/2026

Harar dur

Jafer Ali

  1. Kophaa jireenya mo'u jaalata — gammachuu fi milkaa’ina isaa namoota irratti hin hirkisuu2. Of ibsuu hin barbaadu — ...
16/10/2026



1. Kophaa jireenya mo'u jaalata — gammachuu fi milkaa’ina isaa namoota irratti hin hirkisuu

2. Of ibsuu hin barbaadu — waan hunda namootaaf ibsuu ykn of mirkaneessuu hin barbaadu.

3. Dafee deebii hin kennu — dubbii hunda irratti hin ariifatu; duraa itti yaada, san booda dubbata.

4. Namoota isa miidhan irraa fagaata — namoota sobanii fi nagaa sammuu isaa jeeqan callisee jireenya isaa keessaa hir’isa.

5. Yeroo rakkoo fi jeequmsaa tasgabbii qaba — miira isaa to’achuuf yaala murtoo ariifataa hin godhu.

6. Waan hundaaf hin aaru — wantoota to’achuu hin dandeenye irratti humna isaa hin fixu.
Itti dabalii kan hafee

15/10/2026

Gorsa baba

15/10/2026
15/10/2026

Part 3

14/10/2026

Part 2

14/10/2026

Sagalee eenyuuti

"Eessa akka jirtu beekuu Caalaa, Eenyuu akka taate beekuu si fayyada!!"
13/10/2026

"Eessa akka jirtu beekuu Caalaa,
Eenyuu akka taate beekuu si fayyada!!"

13/10/2026

"Lubbuun namaa waan hunda oli
hanga sadarkaa lubbuu wal balleessuutti
deemun namaafi Rabbii biraatiis Yakkaa"

13/10/2026

Address

Ch'elenk'o

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fami Abdi Yuya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Fami Abdi Yuya:

Shortcuts

Share