Fami Abdi FM

Fami Abdi FM 📰News|👨‍⚖️Legal Advisor| 🌍Geography| 📜History| ✨Facts| 🔥Motivation (📚Learn 🌐Explore 🚀Grow)
(4)

11/08/2026

“Callisuun dadhabina miti, yeroo tokko tokko ogummaa guddaadha.” Haalumma kamiyyuu keessatti Yeroo tokko tokko Callisuun...
11/08/2026

“Callisuun dadhabina miti, yeroo tokko tokko ogummaa guddaadha.”
Haalumma kamiyyuu keessatti Yeroo tokko tokko Callisuun waan gaariidha.
Fami Abdi

  Magaalaa Qilleensa qulqulluu fi Qabbanaa'aa qabduudha Magaalaan Calanqoo, Finfinnee irraa fageenya gara kiilomeetira 4...
11/08/2026


Magaalaa Qilleensa qulqulluu fi Qabbanaa'aa qabduudha
Magaalaan Calanqoo, Finfinnee irraa fageenya gara kiilomeetira 445 ol irratti argamti. Haalli qilleensa ishee baddaa ta’ee, jireenyaa ilmaa namaatiif gaarii fi mijataadha

✔️Lafni ishee diriiraa, walqixaa fi bal’aa yoo ta’u, gaarreen xixiqqoo hedduun naannawwa ishee marfamanii jiru. Bareedinaa isheef gumaachaa gaariidha
✔️Calanqoon magaalaa uumamaan bareedduu, lafa bal’aa fi haala qilleensaa nama hawwatu qabduudha.
Calanqoo — Magaalaa bareedduu Oromiyaa keessaa tokko!


10/08/2026

Akkumaan Magaalaa deemettin argee.
Eessaa?

10/08/2026

Duraa of haa Ilaallu
Fami Abdi FM

Yaadannoo itti ni qabda?        Fami Abdi
10/08/2026

Yaadannoo itti ni qabda?

Fami Abdi

10/08/2026

Ati jabaadha, inniis jabaadha.Ati gaariidha, inniis gaariidha.Ati Sooreeysa, inniis SooreeysaAti beekaadha, inniis beeka...
09/08/2026

Ati jabaadha, inniis jabaadha.
Ati gaariidha, inniis gaariidha.
Ati Sooreeysa, inniis Sooreeysa
Ati beekaadha, inniis beekaadha.

Hubadhuu Of beeka gochuuf nama wallaalaa hin godhiin, of gaarii gochuuf nama hamaa hin godhiin. Kanaaf maqaa of hin balleessin, maqaa namaa hin balleessin akkasumaas maqaa wal hin balleessinaa.

Addunyaa tana irratti Rabbiin beeka nama tokko qofa hin uumne Beekaan siifi isa malees hedduudha garuu waan adda addaa beektan.

Gaariis nama tokko qofa hin uumne, qabeenyaas Rabbiin nama baay’eef kenne.

Kanaafuu, namoota baay’eetu waan adda addaa irratti beekumsa qaba, namoota hedduutu gaarii fi qabeenyaas qaba.Kana keessaa atiifi inni nama lama. Kanniin si gorsuu waan inni beeku irraa baradhu, waan ati beektu qoodiif. Wan hin qabnee irra ergifadhuu wan qabdu ergisif. Akkasitti wal kabajaa, wal jaalladhaa, of hin rakkiisiinaa Wajjiin jiraadhaa.
📷 Gashaw Addunyaa 2009 E. C.
(ILQSO)
Fami Abdi

Address

Ch'elenk'o

Telephone

+251910003515

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fami Abdi FM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Fami Abdi FM:

Shortcuts

Share