Oromia Law Students Page

Call Website

Oromia Law Students Page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromia Law Students Page, Legal Service, Bole.

💥 Well Come 2 OLSP warmly & invite Your friends here,You will get More legal information & improves your legal awareness with latest legal interpretation.💥Our Tg https://t.me/Oromia_Law_Students_Page
fi heera ummata keenya ni barsiifna.✍️

28/09/2026

Aanaan hoo ni jira moo akkami?

28/09/2026

Manni murtii waliigalaa gola idileetiis hafan qabu..

28/09/2026

Mana Murtii godina kibbaa oromiyaa jedhamuun hin hafu🤔

Pireesidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa-Supreme Court of Oromia  haarawa Dr Utukaana Odaa!! Kabajamoo Obbo Guyyo...
28/09/2026

Pireesidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa-Supreme Court of Oromia haarawa Dr Utukaana Odaa!!

Kabajamoo Obbo Guyyoo Waariyoo Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaafi

Ob.Taaddasaa Qana'aa Itti aanaa Pirezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa taasisuun muudeera.

Bara hojii gaarii!!

Kab Dr. Utukanaa Odaa Pirezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa ta'uun muudamanii jiru🙏 Bara hojii milkii
28/09/2026

Kab Dr. Utukanaa Odaa Pirezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa ta'uun muudamanii jiru🙏 Bara hojii milkii

Hangi kafaltii Miseensa ishuraansii Fayyaa waggatti qarshii Meeqa ? kafaltiin galmee fi Haaromsa Miseensummaa hoo ?✍🏻 Bu...
27/09/2026

Hangi kafaltii Miseensa ishuraansii Fayyaa waggatti qarshii Meeqa ?
kafaltiin galmee fi Haaromsa Miseensummaa hoo ?

✍🏻 Buusiin miseensummaa bulchaa maatii tokkoof waggaatti:-

a. Aanaa baadiyyaa fi bulchiinsa magaalaa itti waamamni isaa aanaa sanaaf ta’e keessatti qarshii 240 (Dhibba lamaa fi afurtama)
b. Gandoota baadiyyaa bulchiinsa magaalaa jalatti hammatamanii jiraniif qarshii 240 (dhibba lamaa fi afurtama)
c. Bulchiinsa magaalaa itti waamamni isaanii godinaaf ta’e keessatti qarshii 300 (dhibba sadii)
d. Bulchiinsa magaalaa itti waamamni isaani naannoof ta’e keessatti qarshii 350 (dhibba sadii fi shantama)
e. Daldaltoota kaffalaa gibiraa sadarkaa A ta’aniif qarshii 1000 (kuma tokko), sadarkaa B tiif qarshii 700 (dhibba torba) fi sadarkaa C tiif qarshii 500 (dhibba shan)

✍🏻. Miseensi kamiyyuu yeroo jalqaba galmaa’u kaffaltii galmee qarshii 10(kudhan) kan kaffalu ta’ee haaromsa miseensummaatiif qarshii 5 (shan) kaffaluu qaba.

✍🏻 Kaffaltiin galmee fi haaromsa waraqaa eenyummaa, nagahee fi maxxansa adda addaaf ni oola;

✍🏻 Hangi buusii miseensummaa baayyina maatii bu’uuraa yaada keessa osoo hin galchin haala walfakkaatun bulchaa maatiitin ta’a;

✍🏻 Bulchaan maatii haadha manaa lamaa fi isaa ol qabu buusii idilee waggaatti bulchaa maatiif murtaa’e irratti dabalataan % 50 kaffalee miseensa ni taasisa.

✍🏻Bulchaan maatii maatii dabalataa fayyadamaa inshuraansii fayyaa hawaasa taasisuu yoo barbaade, kaffaltii buusii bulchaa maatiif murtaa’e kessaa waggaatti nama tokko tokkoof buusii dabalataa %20 (dhibbantaa digdama) kaffaluu qaba

✍🏻Bulchaa maatii harka qalleeyyii ta’ef mootummaan ykn qaamni sadaffaa maqaa isaatiin kaffalee miseensa ni taasisa.

✍🏻Maallaqni galmee miseensummaa fi buusii walitti qabamu fi galii kan biroo irraa argamu kamiyyuu lakkoofa herreega baankii maqaa dhaabbata Inshuraansii Fayyaa Hawaasatiin baname keessatti kuufamuu qaba.

✍🏻Maallaqni ganda irraa sassaabame yeroo torban lama hin caalle keessatti gara baankiitti galuu qaba.

✍🏻Maallaqni miseensota gandaa magaalaa irraa sassaabamu qarshii 2000 (kuma lama) fi isaa ol yoo ta’e gara baankiitti galuu qaba.

✍🏻Maallaqni buusii miseensummaa irraa sassaabamu kaffaltii tajaajila fayyaa miseensotni fi maatiin isaanii argataniif ni oola.
Qajeelfama ishuraansii Fayyaa hawaasaa
Maddii: Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Meettaa
Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa kurfaa callee

Today’s Legal Word of the Day: Bona FideBona FideAdjective / AdverbPronunciation: /ˌbəʊnə ˈfaɪdi/Origin: Latin — “In goo...
27/09/2026

Today’s Legal Word of the Day: Bona Fide

Bona Fide
Adjective / Adverb
Pronunciation: /ˌbəʊnə ˈfaɪdi/
Origin: Latin — “In good faith”

Meaning: A legal expression describing an act, transaction, intention or person characterised by honesty, sincerity and good faith, without fraud or improper intention.

In simple terms, bona fide means acting genuinely and honestly, rather than pretending, deceiving or pursuing a dishonest purpose.

In Nigerian law, the expression frequently appears in property transactions, contract law and commercial disputes. For example, a bona fide purchaser for value without notice is generally a person who acquires a legal interest in property for valuable consideration, in good faith and without notice of a relevant prior equitable interest.

However, merely claiming to have acted in good faith does not automatically establish the legal protection associated with being a bona fide purchaser. The relevant requirements must be satisfied.

Example:
The defendant maintained that he was a bona fide purchaser for value without notice, having paid for the property without knowledge of the claimant’s prior equitable interest.

LAWYERSVIEW | WORD OF LAW
Making Law Easier to Understand.

📌
📌
📌
📌
📌
📌
📌
📌
📌
📌
📌
📌

In camera describes a hearing or examination conducted privately rather than openly before the public. The expression is...
27/09/2026

In camera describes a hearing or examination conducted privately rather than openly before the public. The expression is associated with handling matters that require confidentiality. This post introduces an important term in court procedure. Knowing its meaning helps readers understand references to private judicial proceedings.

27/09/2026

Legal terms

25/09/2026

What is Jus Cogens?
Jus Cogens refers to a peremptory norm of international law that is universally recognized by the international community as a rule from which no state may derogate or contract out. Any treaty or agreement that conflicts with a jus cogens norm is legally invalid.

Address

Bole

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Law Students Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category