Murtii Muslim

Murtii Muslim Ya saba ko

04/06/2023
Waan ergamaan rabbii(saw) itti isiniif kakadha jedhan keessa inni tokko,sadaqaa kennachuun qabeenya namicha irraa waa hi...
27/10/2022

Waan ergamaan rabbii(saw) itti isiniif kakadha jedhan keessa inni tokko,sadaqaa kennachuun qabeenya namicha irraa waa hin hir'istu.

20/10/2022

Nama Salawaata Baay'isu;

➬ Qalbiin isaa ifaan guutamaaf🫀
➬ Qomti isaa ni bal'ataaf
➬ Yakki isaa ni dhiifamaaf
➬ Haajaan isaa ni baafamaaf
➬ Sadarkaan isaa ol fuudhamaaf
➬ Jaalalli rahmaan isaaf kennamaaf
➬ Guyyaa qiyaamaa sadarkaan teeysuma isaa Nabi Muhammad dhiyeeffamaaf!

04/09/2022

Yeroo hunda Ani haqarra jira jettee of yaadda taanaan; jireenya irraa waan tokko hin barattu.

Address

Chelenko
Aweday
SABAKOOFNINJIRA

Telephone

+251947179745

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Murtii Muslim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Murtii Muslim:

Share

Category