Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Qondaalaa

Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Qondaalaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Qondaalaa, Legal Service, Qondaalaa, Addis Ababa.

Guyyaa har'aa jechuun gaafa 25/4/2017 leenjiin labsii bulchiinsa nyaataaf qorichaa 1112/2019 ba'e irratti ogeessota fayy...
03/01/2025

Guyyaa har'aa jechuun gaafa 25/4/2017 leenjiin labsii bulchiinsa nyaataaf qorichaa 1112/2019 ba'e irratti ogeessota fayyaa, W/Daldalaa fi W/ Poolisii Aanaa Qondaalaatiif Karaa Abbaa Alangaa Aanichaatiin kennamaa tureera.

02/01/2025

Olmaa Dadhachaa
Himatamaan Jaafar Abduu jedhamu badhaadhina isaaf hin malle argachuuf jecha Godina wallagga lixaa Aanaa Qondaalaa Ganda Kollii Seedee bakka addaa garee maleekoo jedhamu guyyaa gaafa 24/3/2017 ganama keessaa sa'atii 4:00tti sangaa tilmaama qarshii 27000 baasu kan nama dhuunfaa mooraa horii keessaa fudhatee ba'uun gara Aanaa begii ganda karmaa guunfii jedhamu geessuun nan bitadhee naaf kaa'aa jedhee namatti kennate. Abbaan Alangaa Aanaa Qondaalaas himata himatamaa kana irratti hundeesseen namni kun seera yakkaa biyya keenyaa bara 1996 ba'e kew 665/1 irra darbe jechuun himatee Ragaadhaan waan irratti mirkaneesseef Manni Murtii Aanichaa Dadhacha gaafa 23/4/2017 ooleen hidhaa salphaa waggaa tokkoof ji'a saddetiin adabee jira
Waliin taanee yakka haa ittisnu!!!

Guyyaa gaafa 12/3/2017 Hubannoon seera mirgaa fi kunnunsa daa'immanii irratti Ayyaana Daa'immanii kabajamaa ture irratti...
27/11/2024

Guyyaa gaafa 12/3/2017 Hubannoon seera mirgaa fi kunnunsa daa'immanii irratti Ayyaana Daa'immanii kabajamaa ture irratti karaa Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Qondaalaa kennamaa tureera.

Guyyaa har'aa jechuun gaafa 16/3/2017 Hubannoon seeraa mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa Aanaa Qondaalaatti karaa waajjir...
26/11/2024

Guyyaa har'aa jechuun gaafa 16/3/2017 Hubannoon seeraa mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa Aanaa Qondaalaatti karaa waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Qondaalaa kennamaa tureera

Guyyaa gaafa 11/3/2017 Yaa'ii Idilee Paarlaamaa Daa'immanii marsaa tokkoffaa geggeeffame irratti barattootaa fi qindeess...
26/11/2024

Guyyaa gaafa 11/3/2017 Yaa'ii Idilee Paarlaamaa Daa'immanii marsaa tokkoffaa geggeeffame irratti barattootaa fi qindeessitoota manneen barnoota 15 irraa walitti dhufan supervaayizoota manneen barsumsaafi Abbootii Amantaadhaaf Leenjiin dambii hundeeffamaa fi Ittiin bulmaata paarlaamaa daa'immanii naannoo oromiyaa lakk 2/2015 fi Uwwisa heeraa fi seeraa mirgoota daa'immaniifi dubartootaa biyya keenyaa irratti Karaa waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Qondaalaa kennamaa tureera.

Guyyaa har'aa jechuun gaafa 10/3/2017 mama barumsaa sadarkaa lammaffaa Qondaalaatti hubannaan seeraa barattootaa mana ba...
19/11/2024

Guyyaa har'aa jechuun gaafa 10/3/2017 mama barumsaa sadarkaa lammaffaa Qondaalaatti hubannaan seeraa barattootaa mana barumsichaaf karaa waajjira Abbaa Alangaa Aanichaatiin kennamaa oolee jira.

Address

Qondaalaa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Qondaalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category