Imaana Dhaloota

Imaana Dhaloota In these page we brefy about these generation what he done in day to day and also done hate On on

https://youtu.be/MKhMt09DlDY
29/12/2025

https://youtu.be/MKhMt09DlDY

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

28/12/2025

Wantoota Afirikaa qofa ibsan:😎

● Mana fincaanii qarqaratti qulqullaa'uu.
●Haati manaan gara dagalee (girgiddaatti) aantee rafuu
● Yeroo ati sooromtu, hawwaasni JAWWEE qaba siin jechuu
● Foon gaafa qalamu (qircaa), tokko tokkoon diddiriirsanii lakkaa'uu.
● Afirikaa keessatti du'i uumamaa hin jiru, yoo ati duute diinakee sababeessu.
● ATM keessaa qarshii baasanii lakka'uu.
● Ittoo foonii keessaa isa gaarii ta'e Abbaa manaa nyaachisuu.
● Yeroo ayyaanni waggaa ga'u wayyaa haaraa bitachuu.
● Yeroo karaa kallattii tokkoo qaxxaamuran, bitaaf mirga ilaallachuu.
● Pilaastikii fayyadamamee gatamu (Hayilaandii) keessaa dhuganii, waan biroof itti fayyadamamuuf ol kaawwachuu.
● Gaafa baasii keessa nama adii (faranjiitti) aananii taa'an boonuu.
● Teessuma isa bareedaa abbaa manaaf filuu.
● Yeroo xiyyaarri samiirra darbu harka addarra keewwatanii asii ol ilaaluu
● Muka jalatti bobbaa bobba'uu.
● Yeroo haasa'aaf maayikiin itti laatamu afuufanii ykn qubaan rurrukutanii dura cheekii gochuu yaaluu.
● Nama Ameerikaa deeme hunda akka beekaatti ilaaluu
● weellisaa ykn Walaleessaa waltajjiirratti yeroo badhaasanu qarshii hancufaan tortorsanii addatti maxxansuu😪
● Yoo shamarreen dureessatti heerumte, qabeenya isaaf jetteeti jechuu. Yoo dhiirri dubartii dureettii fuudhe, qabeenya qabdi kanaaf gowwomsee fuudhe jechuu.

Waan hafe itti dabalaa!

26/09/2025

ለጀርባ ህመም የሚያስፈልጉ ምርመራዎች:-

A, ኤክስሬይ ( X Ray ) :-
- የአከርካሬ አጥንት አንጓ ብግነት
- የአከርካሬ አጥንት ስብራት

B, ኤም አር አይ ( MRI ) ወይም ሲቲ ስካን ( CT-SCAN ):-
- የድስክ መዘርጠጥ፣ መንሸራተት ወይን ማፈንገጥ
- እንድሁም በተሻለ ደረጃ አጥንት፣ ጡንቻዎች፣ ነርቮች፣
- ጅማቶችና የደም ስሮች ጋር ያሉ ችግሮችን ያሳየናል።

C, የደም ምርመራዎች:-
- ኢንፌክሽኖች፣
- የአከርካሬ አጥንት አንጓ ብግነት ጠቋሚዎች
- ቫይታሚን ዲ ፣ ካልሺየም

D, ኤሌክትሮሚዮግራፊ (EMG)፣ የነርቭ አስተላላፊ ምርመራ (NCS ):-
- በተንሸራተቱ ወይም በተዘረጠጡ ዲስኮች ፣ የነርቭ መውጫ ቀዳዳ መጥበብና የተለያዩ የነርቭ ችግሮችንና በነርቮች ላይ ያለውን ጫና ለማረጋገጥ ይጠቅማል።

የጀርባ ህመም አሳሳቢ የሚሆነው መቼ ነው!?

1. ከጥቂት ሳምንታት በላይ ከቆየብዎት፣
2. ከባድ ከሆነና በእረፍት እማይሻሻል ከሆነ፣
3. ህመሙ ወድ አንድ ወይም ሁለቱንም እግሮች ወደ ታች መሰማትና መሰራጫት ከጀመረ ፣
4. በአንዱ ወይም በሁለቱም እግሮች ላይ ድክመት፣ መደንዘዝና መወጠር ካስከተለ፣
5. የጀርባ ህመምዎ ክብደት መቀነስ ጋር ከመጣ ፣
6. ከጀርባ ህመሙ ጋር የአንጀት፣ የፊንጢጣና የሽንት ፊኛ ችግር ካጋጠምዎ፣
7. ከጀርባ ህመሙ ጋር ትኩሳት አብሮ ካለዎት፣
8. የመውደቅ አደጋ ካጋጠመዎት በሗላ የሚመጣ የጀርባ ህመም፣

የጀርባ ህመም መከላከልና ህክምና :-

• የአካል ብቃት እንቅስቃሴ ያድርጉ:- ፈጣን እርምጃ፣ ሶምሶማ፣ ፕስክሌት ማሽከርከርና ዉሃ ዋና
• የጡንቻ ጥንካሬና ተጣጣፊነትን ( Flexibility) ማጎልበት
• ጤናማ ክብደትን ይጠብቁ
• ማጨስን ያቁሙ

• የተስተካከለ አቋቋምና አቋም ይያዙ:- በሚቆሙ ሰዓት የተስተካከለ ዳሌ አቀማመጥን ይያዙ።

• ተስተካክለው ይቀመጡ:- በጥሩ ሁኔታ የታችኛውን ጀርባ የሚደግፍ እና የእጅ መደገፊያ ያለው መቀመጫ ይምረጡ።

1. እንዳማራጭ ትራስ ወይም የተጠቀለለ ፎጣ ከኋላዎት በማስቀመጥ መደበኛውን የወገብ ኩርባ/መለመጥ መደገፍና መጠበቅ ይቻላል።

2. ለረዥም ጌዜ አይቀመጡ፣ በየስዓቱ ከመቀመጫዎት ይንቀሳቀሱ አቀማመጥወን ያስተካክሉ።

• ከባድ ነገር አያንሱ:- ከባድ ነገር ማንሳት ካለብዎት እግሮችዎን ከፍተው ወገብወት ቀጥ እንዳለ ከጉልበት አጠፍና ዝቅ በማለት ያንሱ።

- ወይም ደግሞ ከጓዳኛ ጋር በጋራ በመተግጋገዝ ያንሱ።

# እነዚህን ከላይ የተዘረዘሩ ጥንቃቄዎች በቋሚነት መተግበር የጀርባ ( የወገብ ) ህመም እንዳይከሰት ለመከላከል በጣም ተቃሚ ነው።

• የመኝታ ሁኔታን ያስተካክሉ :-
1. በጎንዎ መተኛት:- በጎንዎ ከተኙ እግሮችዎን ከጉልበት በትንሹ ወደ ደረት በማጠፍ ትራስ በእግሮችዎ መካከል ያድርጉ።

2. በጀርባዎ መተኛት:- በጀርባዎ ከተኙ ትራስ ከጉልበትዎ በታች በማስቀመጥ ታፋውዎ (ባትዎን) ትንሽ ከፍ ማድረግ።

• ከጀርባ ህመም ጋር በተቻለዎት መጠን የዕለት እንቅስቃሴዎትን ይቀጥሉ።
1. እንደ መራመድና የእግር ጉዞ ያሉ ቀላል እንቅስቃሴዎችን ይሞክሩ።

2. ህመሙን የሚጨምርና የሚያባብስ እንቅስቃሴን ያቁሙ። ነገር ግን ህመሙን በመፍራት እንቅስቃሴን ማቆም አይመከርም።

3. የትኛው የእንቅስቃሴ እይነት ለእርስዎ እንደሚመከር የፊዚዬቴራፒ (Physiotherapy) ባለሞያ ያማክሩ።

• የህመም ማስታገሻ መድሃኒቶች :- መድሃኒቶቹ እንደ የጀርባ ህመሙ ደረጃ አይነትና

21/09/2025

WANTOOTA KUDHAN (10) NAMOONNI DU'UUF DEEMAN ITTI GAABBAN:
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
❍ Biyya Awurooppaa Hospitaala tokko keessatti Narsoonni (Nurse) dhukkubsattoota wal'aansa ulfaataa irra utuu jiranii dhibeen isaanii akka hin fayyine itti himame irratti qorannoo gaggeessan.

Dhukkubsattoonni sun warra akka du'an itti himame garuu immoo Hospitaaluma keessa iddoo "Hospice" jedhamtu akka ciisan godhaman. Wanti isaaniif barbaachisu hundisaa achumatti dhiyaataaf hanga du'anitti; yeroo kana narsoonni isaan san tajaajila namoota kana interview godhuu jalqaban

Akkuman jedhe isaan kun warra du'uuf ji'a sadi yookiin ji'a jaha hafeefidha.

❍ Gaaffiin narsoonni kun gaafatan akkana jedha: "Bara jiraattee keessatti wanti akka malee si gaabbisiisu maali?" Kan jedhudha. Tokko tokkoon irra deemanii interview godhanii wanta isaan hundi jedhan akka armaan gadii kanatti kaa'an:

1. Gammadaa hin turre. Baran jiraadhee guutuu gammadee hin beeku; gammadaa ta'uuf wantoota alarraatin eegaa ture kan jedhan, kana malee miti gammachuuf beellama qaba ture, gaafa makiinaa bitadhe gaafa mucaan kiyya fuudhe, heerume gaafa digrii fudhadhe jechaa jiraachaa ture kun akka malee na gaabbisiisa" jedhan.

2. Beekumsaan of-hin guddisne. Carraa barachuu hedduun qaba garuu barachuu hin dandeenye. Wantoota na barsiisanii fi namoota na barsiisan hedduutu na bira jira garuu ani gara galee hin ilaalle kun na gaabbisiisa jedhan.

3. Ofii koo hin tajaajille. Akka maashinaatti hojjechuu malee qaama kiyya hin tajaajille. Ispoortii hin hojjanne. Nyaata qaamni kiyya barbaadu hin nyaachifne kunoo har'a siree irratti na galche kun na gaabbisiisa.

4. Haaloo fi jibbiinsaanin jiraadhe. Namoota hedduun aarsaa fi arrabsaa jiraadhe. Nama hedduun garaatti qabadhee miidhaa ture. Hiyyeessa hedduun boochisaa ture, namoota hedduu haaloo itti qabadhee akka malee jibbaa ture har’a du'uuf ji'a sadiitu naaf hafe wanta dabruuf jedheen wanta hafu hojjedhe kun akka malee na gaabbisiisa.

5. Namoota osoon gargaaruu danda'uu hin gargaarre.

09/06/2025
09/06/2025

Justice For Athlete GELETE BURKA

Justice For Ethiopian Athlete GELETE BURKA
09/06/2025

Justice For Ethiopian Athlete GELETE BURKA

01/04/2025

🍌🍊 Fuduraalee akka muuzii fa'aa qollisaanii fayidaa guddaa akka qabu qorannoon mirkaneesse.

Qola muuzii gaafa gannu, qabiyyee muuzii harka sadi keessaa tokko akka gannetti ilaalama jedhu qorattoonnu.

Qolli fuduraalee fayidaa akkamii qaba?

👉🏾👉🏾 https://bbc.in/3E1MBVa

Address

Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Imaana Dhaloota posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category