Mulii At MT Oromia page

Mulii At MT Oromia page FUULDURRI KEENYA IFA

Magaalaa shaggaar kutaa magaalaa sabbaataa Aanaa Mogleettii eegumsii fi sakkata'insi nageenyaa akkuma itti fufetti jira.
01/05/2023

Magaalaa shaggaar kutaa magaalaa sabbaataa Aanaa Mogleettii eegumsii fi sakkata'insi nageenyaa akkuma itti fufetti jira.

Badhaadhina filachuun dukkana keessaa ifatti bahuudha
11/05/2021

Badhaadhina filachuun dukkana keessaa ifatti bahuudha

Paartii Badhaadhinaa filachuun carroomuudha ,filannoo marsaa 6ffaa akka biyyaalessa fi akka naannootti gaafa guyyaa 28/9...
11/05/2021

Paartii Badhaadhinaa filachuun carroomuudha ,filannoo marsaa 6ffaa akka biyyaalessa fi akka naannootti gaafa guyyaa 28/9/2013 gaggeeffamurratti paartii obbolummaa sab-daneessaafi badhaadhina waloof hojjetu paartii Badhaadhinaa filadhaa .mallattoon keenya AMPOOLII IFUdha .

09/05/2021

OBBOLUMMAA SAB-DANEESSA , BADHAADHINA WALOOF
BADHAADHINA FILADHAA,MALLATTOON KEENYA AMPOOLII IFUDHA !

Caamsaa 1,2013jiraattonni bulchiinsa magaalaa sabbataa ganda 01 kombolchaa duula na filadhaa haala bareedaa fi ho'aa ta'...
09/05/2021

Caamsaa 1,2013
jiraattonni bulchiinsa magaalaa sabbataa ganda 01 kombolchaa duula na filadhaa haala bareedaa fi ho'aa ta'een gaggeessaniruu .
Duula kanarrattis dhaadannoowwan, Ifa fuuldura dukkanni hin dhaabatu,Badhaadhinni nuyif nutis badhaadhinaaf ,akkasumas AMPOOLIIN IFU filannoo keenya jechuun dhageessisaa turan.

06/04/2021

AMPUULII HAAFILANNUU !

06/04/2021

AMPUULII

06/04/2021

WARAQAAN FILAANNOO MEESHAA WARAANA KEENYA,

05/04/2021
05/04/2021

Filannoon agarsiistuu sirna Dimokrasiiti

Election is the indication of democracy

05/04/2021

Filannoon agarsiistuu dimokraasiiti !

Election is the indication of Democracy

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mulii At MT Oromia page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share