Waajjira Abbaa Alangaa Kutaa Magaala Boolee

Call

Waajjira Abbaa Alangaa Kutaa Magaala Boolee Adaamaa,Boolee

09/09/2026
πŸŽ‰ BAGA GAMMADDAN! πŸŽ‰==============β€’β€’β€’β€’====β‰ˆ======= ''Raawwii Hojii Waliigalaa bara 2018 Godinaalee 26 gidduutti gaggeeffa...
01/09/2026

πŸŽ‰ BAGA GAMMADDAN! πŸŽ‰
==============β€’β€’β€’β€’====β‰ˆ=======

''Raawwii Hojii Waliigalaa bara 2018 Godinaalee 26 gidduutti gaggeeffameen, Waajjirri Abbaa Alangaa Bulchiinsa Magaala Adaamaa Top Ten keessa galuu(sad.8ffaa)bahuu isaatiin marti baga gammmadne/gammaddan!!!
Bara 2019 keessatti milkaa’ina kana caalaa akka galmeessinu abdii qabna!"

Hojii gaarii waaqa namni jaalatudha.
01/09/2026

Hojii gaarii waaqa namni jaalatudha.

Waajjira Abbaa Alangaa Magaala Adaamatti Waajjirri Abbaa Alangaa Kutaa Magaalaa Boolee raawwii hojii bara 2018tiin  raaw...
30/08/2026

Waajjira Abbaa Alangaa Magaala Adaamatti Waajjirri Abbaa Alangaa Kutaa Magaalaa Boolee raawwii hojii bara 2018tiin raawwii hojii caalmaa galmeesseen sadarkaa Kutaa Magaalaaletti 1ffaa bahuu isaatiin sadarkaa naannootti BAAWO Irraa beekkamtii argatee jira.Hawaasni mana hojii keenyaa fi Qaamoleen qindoominaa hundi baga Gammaddan,Baga Gammanne!!!

Garee Abbootii Alangaa Magaalaa Adaamaa Yaa'ii Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa 6ffaa Magaalaa Bareedduu fi Hangaatuu S...
30/08/2026

Garee Abbootii Alangaa Magaalaa Adaamaa Yaa'ii Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa 6ffaa Magaalaa Bareedduu fi Hangaatuu Sulula Qiinxamaa Adaamaatti Gaggeeffamaa jiru Irratti Hirmaatan

BAGA GEESSAN! πŸŽ‰Hagayya 23, 2018βœοΈβœοΈβœοΈβœοΈβœοΈβœοΈπŸ“’ YAA’II  ABBOOTII ALANGAA NAANNOO  OROMIYAA 6FFAAπŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ”Ή Hirmaattotni...
29/08/2026

BAGA GEESSAN! πŸŽ‰

Hagayya 23, 2018✍️✍️✍️✍️✍️✍️

πŸ“’ YAA’II ABBOOTII ALANGAA NAANNOO OROMIYAA 6FFAA
🀝🀝🀝🀝🀝🀝🀝🀝🀝🀝🀝🀝🀝

πŸ”Ή Hirmaattotni Yaa’ii Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa 6ffaan baga nagaan dhuftan jechaa

πŸ“ Iddoo:-Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Keessa
Galma Bokkuu

πŸ—“οΈ Guyyaa: Hagayya 23–24, 2018


Haqaan Haqaaf Hojjenna!

27/08/2026

Hirmaattoonni Yaa'ii Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa Marsaa 6ffaa Hagayya 23-24 bara 2018 gaggeeffamu irratti hirmaattaan baga nagaan gara Magaalaa Seenaa qabeetti Adaamaa dhuftan! Yaa'iin Yaa'ii milkii isiinif haa ta'u jechaa Waajjirri Abbaa Alangaa Kutaa Magaalaa Bokkuu Shanan seensa Bokkuu irratti Simannaa taasisuuf qophii hunda xumuree jira!

Hirmaattooni Yaa'ii Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa Marsaa 6ffaa Hagayya 23-24 Bara 2018 Gaggeeffamu Irratti Hirmaatta...
27/08/2026

Hirmaattooni Yaa'ii Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa Marsaa 6ffaa Hagayya 23-24 Bara 2018 Gaggeeffamu Irratti Hirmaattan martinuu Baga Jala Bultii geessan jechaa Yaa'iin Yaa'ii milkii akka isiniif ta'u Haawwii qabnu ibsaa Kallattii Seensaa afraniinuu Simannaa taasisuuf qophiin hundi xumuramee jira!

Galmee RTD==β‰ˆ===β‰ˆ===β‰ˆHimaatamtonni booba'aa seeraan alaa waliin qabaman irratti  galmeen RTD qulqullaa'e Mana Murtii tti...
22/08/2026

Galmee RTD
==β‰ˆ===β‰ˆ===β‰ˆ
Himaatamtonni booba'aa seeraan alaa waliin qabaman irratti galmeen RTD qulqullaa'e Mana Murtii tti dhiyaachuun dhaddachaa gaafa guyyaa 15/12/18 oleen himaatamaan Abrahaam Shifarraa jedhamuu adabbii Hidhaa waggaa 1 fi Ji'a 8 fi adabbii qarshii 30,000 kan adabamee yoo ta'u,
Himaatamtuun Martaa Tiyaassib immoo adabbii Hidhaa waggaa 2 fi adabbii qarshii 15,000 adabamteerti.
Hub.Boba'aa karaa seeran alaatin geejjibsiisuu,kuusuu fi fayyadamuun yakka ta'uu hubachuun Buufata Boba'aa irraa qofa tajaajilamuu kan qabdaniidha.

Address

Adama

Telephone

+251910188070

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Alangaa Kutaa Magaala Boolee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category