Adda bilisummaa Oromoo

Adda bilisummaa Oromoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Adda bilisummaa Oromoo, Legal, Oromia, Dubai.

03/04/2026
31/03/2026
ABO FILADHAA!
31/03/2026

ABO FILADHAA!

Ibsishaan makii maal godha jira?
14/04/2025

Ibsishaan makii maal godha jira?

Jiruun biyya lafa yoo hammam tahe gabaabduudha kanaaf yaa Rabbii Rahamatagodhiif Obboleessa kiyyaaf Rabbiin kan jannata ...
14/04/2025

Jiruun biyya lafa yoo hammam tahe gabaabduudha kanaaf yaa Rabbii Rahamata
godhiif Obboleessa kiyyaaf Rabbiin kan jannata nuuf hagoodhu

08/04/2025

Jarri Oromummaan amantaadhaa Olii jettan stop dhaabadhaa guyyaa kanaan booda waaqayyoon kun oromoodha kun amaaraa hin jedhuu Amantiin gara waaqaatii nu geessuu muslimaa yoo tanee qofa kanaaf kaan Waaqqayyoon biraa dhufee qura'aana
Inna diinaa indallahill islaam amanaatiin rabbiin biraa dhufee ta'u isaa nutti hima kanaaf Oromummaan Addunyaa irratti malee nuu wajjiin Waaqqayyoon biraa hin dhaquu jannatas nu hin galchuu kanaaf jarri yesus waaqaa jettaniis amaantii keessan Oromummaadha ol
yoo hin goonee dhugumatti yesuusiin hin jaalannee jechuudha utuu kan jallattan ta'ee amantii keessaniif dursaa kennituu nagaan isiniif hawwaa

07/04/2025

Yesus is no God
Yesus is the messenger of Allah
Dhugaa Rabbii akkasii anuu
Duraan waaqaan se'aa turee
Ergaan macaaficha dubbisse
Naaf galee amma sirriitti Naaf
Galeera akka inni ergaa abbaa
Fidee akka inni waaqa qabuu
Sirriittin dubbisse Alhamdulillaah
Yaa Rabbi islaamumaa nuuf Baayyisii
Yaa Rabbii jara hubannoo dhabees
Nuuf hubaachis

Address

Oromia
Dubai
AJMAAN

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adda bilisummaa Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Adda bilisummaa Oromoo:

Share

Category